https://youtu.be/5zEozIXBsmA
Read More »Dr. Merera’s US Tour is Underway
========================= Dr. Merera Gudina, chairman of the largest Oromo opposition group, Oromo Federalist Congress (OFC), started his meeting with Oromo diaspora last weeked July 9th …
Read More »MAKO BILLI SHOW
MAKO BILLI SHOW from OBS TV on Vimeo.
Read More »Birra show hosted by Birra Gemedi episode 2
Ibsa waajjira Tokkummaa Humnoota Bilisummaa Oromiyaa (ULFO)
Poolisoota Fedaralaa 11 kan Gondoriitti ajjeefaman keessaa 3 Oromoo ta’uun beekame.
OMN:Oduu Adol.13,2016 Lakkoofsi poolisoota federaalaa Gondarii fi naannawa sanitti ajjeefamanii 11 gahee jiraachuun isaanii himame. Poolisota iddoo kanatti ajjeeffaman keessaa sadii dhalootaan ilmaan Oromoo tahuunis …
Read More »Jibuutitti baqattoonni Oromoo 4 mana hidhaa keessatti du’an.
OMN:Oduu Adil.11,2016 Baqqattoota Oromoo dhibba shan gahan magaalaa Jibuutii keessaa dhiheenna kana qabamanii kan hidhaman yoo ta’u, isaan keessaa namoonni afur mana hidhaa Nagad jedhamu …
Read More »Oromo TV: Qumbii Ona Oromoo Anniyyaa Lafa soomalitti ida’uudhaaf Lola oofaa jirti
https://youtu.be/OLr7BR-7MtQ
Read More »Guyyaa dheengaddaa irraa jaqlabee wal waraansa polisoota liyyuu Hayilii fi jiraattota godina Harargee bahaa aanaa Qumbii jiddutti geggeeffamaa jiruun, namoonni kudha jaha yoo ajjeefaman
Ummanni Oromoo ABO malee Bilisummaa Fiduu Ni Danda’a, ABO’n Garuu……..
(Saphaloo Kadiir irraa) “Waan sababsatu haa dhabuu jaarsa harree irra kaayi” jedha Oromoon. Ati hoo maaliif maakmaakte naan hin jettaniiree? Hoggantoonni ABO kanaan dura …
Read More »