Akkas jedhe gamni:- Nama jechuun; Kan dhugaaf xaare Kan lammii ijaare Kan sabaaf dhaabbate Kan sabaaf falmate Qabeenya jechuun Kan lammii ijaare Kan abdii …
Read More »Qaanqe Show (Habtaamuun) dhugaa saaxilamte dhooysee ilmaan Harargee waliin dhawuuf yaalii godhe…
Dhaamsa seenaa kan J/Jaarraa Abbaa Gadaa (rabbi rahmata haa godhuuf)
Mootummaan Siidaa Maatiin Ilma Isaaniif Dhaaban Diigaanii Ofii Siidaa Biroo Dhaaban: Jiraattota Shaakkisoo
WASHINGTON, DC — voa Godina Gujii aanaa shaakkisoo keessatti baatii darbe hiriira geggeessameen booda dargaggoon tokko ajjeefamuu isaa qophii keenya kana duraa irratti gabaasnee turre. …
Read More »Gareen maqaa “Qeerroo international group” ofiin jettu maafiya garee shanee ABO ummata Oromoo biyya alaa ittiin saamuuf qopheessite tahuu saaxilame.
Harargee Lixaa Magaalaa Biyyoo Karaabatti hidhaan hammaate.
United States Of Hate: Muslims Under Attack
BBC The United States of Hate. The documentary is on youtube as well (though not sure for how long) and BBC 3 at the links …
Read More »WAAN JIMAA NA GODHE QOTTOON MUKA HIN GOONE!
~Odaa Gurree-tiin Ani maqaan koo Jamaal Abbaa Waajjiin jedhama. Kanan dhaladhee guddadhe Godina Iluu Abbaa Booraa, Aaanaa Baddaalleetti yommuu ta’u baadiyyaasaa keessa gara daqiiqaa 30 …
Read More »NAAF MOO? NUUF HIN GALIIN?
Waan kooraa fuudhaniif fardi hin wallaalu. Wanti na dhibe nu hunda dhibee jira yoo ta’eef jedheen gaaffii tana mata duree godhachuuf dirqame. Haala FXG Oromiyaa …
Read More »Urgent call to all Oromo people and international community Health care is the fundamental human rights and not a tool of war
Urgent call to all Oromo people and international community Health care is the fundamental human rights and not a tool of war Concerning this issue …
Read More »