ABO/WBO inviting you to a scheduled Zoom meeting. Topic: Hiree Oromoo fi Oromiyaa: Carraa fi Duudhaa. Time: Jul 21, 2022 10:00 AM Eastern Time (US …
Read More »Toophiyaan meedaaliyaa dabalatte
Dorgommii fiigicha meetira 3000 gufachiisa dubartootaa Roobii halkan fiigameen atileetiin Itoophiyaa Warquhaa Geetaachoo lammaffaa bahuun meedaaliyaa meetii, Maqidas Abbabaa ammoo sadaffaa bahuun nahaasa argataniiru. Dorgommii …
Read More »Bu’aa baala muka ceekhaa qabu kana beeytuu laataa
Ummanni Oromoo durirraa kaase baala ceekhaa akka qorichaatti itti gargaaramaa ture. Qorattoonni addunyaas daawaa baalli ceekaa kun qabu akka asii gadii kanatti tarreeysan. 1. Infeekshinii …
Read More »Dubbitu dubbii kaasa – Erga kaatee garuu haa dubbatamtu!
Summii Tibbanaa…! Dubbiin ijoon tibbana ilaalaa arku tan Gandummaati. Dubbiin tun duruu turte, bara hundaa daarama keessa gangalatteet marguudhaaf dhidhiitatti. Ajandaan tun qaama sadih irraa …
Read More »Seenaa yaadannoo Abuubakar Muussaa
Abuubakar Muussaa ABUUBAKAR MUUSSAA WADAAY ROOBAA Abuubakar Muussaa Wadaay Harargee Bahaa, Aanaa Dadar, Leelee Gabaa bakka ja’amtutti Abbaasaa Obbo Muusaa Wadaay fi haadha isaa Aadde …
Read More »QAROO QAXARA QOORE
Abuubakar Muussaa Wadaay Jaarraa, Yaadannaan waan hedduu irraa barra, Gameeysa, gamna hayyuu ilma Sabaa, Daawitii hawaasaa gaafa guyyaa jabaa, Biiftuu aartiitiin ibse Oromiyaa balloo, Bu’ursee …
Read More »The Oromo of Harerghe:
On their Sub Divisions and Citizenship Modalities Written by Afandi Muteki The Oromo of Harerghe belong to the Barentuma/Barento confederation, one of the two main …
Read More »Sheek Hajjii Ibraahim Tufaa Prezidaantii Majlisa Federaalaa tahuun filaman
Failure to Deliver: The Journey of the Oromo Liberation Front in the Last Two Decades
Jawaar Mohamed By writing this article, I understand that I am touching on one of the most closely guarded taboos, the untouchability of the OLF. …
Read More »