Ajjeechaawwan jumlaa tibbana godinaalee Wallaggaatti dhalattoota saba Amaaraa irratti kan raawwate humnoota mootummaa ta’uu miseensi paarlaamaa Hangaasaa Ibraahim himan. Ajjeechaaawwan tibbana godinaalee Wallaggaa keessatti raawwataman …
Read More »Faaydaa itittuu/urgoo
Furdina qaamaa hir’isuuf Nyaanni akka daakamuufKaansarii nurraa ittisuufGogiinsa garaatiifDhiibbaa dhiigaatiifKoolistirooli badaa balleessuufBareeduma rifeensaatiifFinniisa balleessuufDhibee simbiraatiifParasayiti qaama keessaa balleessuufInfeekshina qaaama saalaa balleessuufCirracha kaleetiifFayyummaa garaachaatiifFayyummaa narviitiifHirriba gaarii …
Read More »The ongoing massacre of civilians in Oromia is deliberately planned and executed by top officials of the ruling regime.
Heenok Gabbisaa Member of Parliament (MP) and a ranking member of the ruling regime disclosed today that the ongoing massacre of civilians in Oromia is …
Read More »Sakatta’iinsa vaayirasii dabalataa kompiitara keessanii – bilisaan
F-Secure Free Online Scanner softwaaree farra vaayirasii keessan bakka buusuu hin danda’u, garuu dabalata gaarii ta’uu danda’a. Kompitara dullacha sagantaa farra vaayirasii hin qabne qabda …
Read More »Ustaaz Kamaal Heeboo ni ajjeefame malee hin wareegamne
Ustaaz Kamaal Heeboo ni ajjeefame ni wareegame? Dhimma oowwaa fii falmisiisaa moora Oromoo jeeqa jiru tahe. Dhugaan isaa yeroo gabaabdutti ifa baafna jedhu warri waan …
Read More »Ustaaz Kamaal Heeboo wareegame jedhu
Innaalillahi wa’innaa ileeyhi raaji’uun Rabbiin Jaannataan sihaa qaniinisu goota Sabaa. Diinni uummata Oromoo bilxiginnaan Jaal Kamaaliin aj*jeesuu dadhabnaan “Ni ajjeesame” jechuun kan gaddite fakeessuun titisota …
Read More »Galmee Seenaa Prof. Mahdii Hamiid Muudee
Mahdii Hamiid Muudee (Abbaa Bariisaa) Gaazeexaa BariisaaHogbarruu garagaraaKitaaba BarnootaaKuusa jechootaEnglish – Oromo (guutuu isaa digitaalaayz tahee jira)Hujii boonsaa inni dhaloota kanaaf gumaachee dabre mara …dhaloota …
Read More »Faaydaa Muuzaa
Faaydaa muuza nyaachuun qabu keessaa hanga tokko kunooti
Read More »Ummanni muslimaa maallaqa baankii Toophiyaatti kuufatanirraa maal faaydaa argatu?
Kutaa tokkoffaa barruu kanaa keessatti duursinee akka ibsinettis bu’uura gabaasa bara darbeetiin qarshiin biliyoonni sagaltamii torbaa ol baankota dhala irraa bilisa bira ka’amaniiru. Gaaffiin jiru, …
Read More »