Naannoo Amaraa Magaala Dasee Bulchiinsa Boombaa Wuhaa jedhamu keessatti dhohiinsa boombii qaqqabeen lubbuun namoota shanii darbuu poolisiin hime. Boombii kana kan dhoosan hidhattoota to’annoo jala …
Read More »Sagantaan dorgommii Qur’aanaa magaalaa Finfinnee
Seerlugaa Afaan Oromoo
Kuusa galmee jechoota Afaan Oromoo 80000 ol tartiibaan
Read More »KFOn Alaa Manaan Hojitti Jira
Paartiin keenna KFOn guyyaa har’aa Waxabajjii 4/2014 ALI. caasaalee godinaa dhiibbaan waggoota lamaaf jalaa diiggamanii laaffifamanii turan deebisee ijaarutti jira. Caasaalee godinaa deebisee ijaaruun guyyaa …
Read More »Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba Bahaatti humnoota mootummaarratti injifannoo gonfachuu beeksise.
WBOn humnoonni mootummaa hedduunis bakkeewwan garaagaraatti fedhiin isatti makamaa jiraachuu himeeti jira. WBOn akka jedhetti, Cibraan Madda Walaabuu Buttaan Jeneraal Waaqoo Guutuu fi Cibraan Hambaa …
Read More »THREE STEP TEST TO BRINGING PEACE IN OROMIA:
If peace is really the goal! For any prospect of peace to come in Oromia, one may need to consider the following 3 stages test: …
Read More »“Hoggontoonni keenya afaaniin walbummaa fii bilisummaa Oromiyaa jedhaa isin sobaa turan”
Haxeerarrii Hasawa Jawaar Mohammed kan guyyaa arraa magaalaa guddoo biyya Suweedin Stookholmitti godhe keessaa hanga tokkko 1ffaa An isin sobuu hin barbaadu, sobaan akka harka …
Read More »“Alaabaan ABO, Mallattoo, Fakkii fi Qabeenya ABO fi Ummata Oromooti!
Ani Johar Muhammed tuqame jedhee murtii kana hinfudhanne.
WARREEN WAAN JOHAR MUHAMMED TUQAMEEF DHAABARRAA UFBAAFTEE JETTANII KEESSAN NA GAAFATTAN HUNDAAF DEEBISAA KIYYA. Ani Johar Muhammed tuqame jedhee murtii kana hinfudhanne. Sababni dhaaba ABO …
Read More »Naggaadeen alaabaa ar’aas waanuma kalee irra deebi’uun gad jabeessite
Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee Waxabajjii 9, 2022 ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii Kongiresii Federaalawaa Oromoo (KFO) barresseen haalli itti fayyadama …
Read More »