Keniyaan Haleellaa Shoroorkeessotaa Waggaa Lama Dura Geggeeffame Yaadattee Jirti
WASHINGTON DC—Hidhattonni Al-Shabaab Gamoo Hidhattonni Al-Shabaab Gamoo daldlaa kan Naayroobii keessaa Westgate jedhamu Fulbaana 21 bara 2013 haleelan. Kunis waggaa lama guutee jira. Humnootiin Keniyaa …
Read More »Baqattotni Oromoo Somaliland keessatti argaman rakkoo keessa jirru
Waa hunda duraan dursee Nagaya Onneerraaa naburqite isiniif dabarsaa tin itti aansuudhan baqattota Ilmaan Oromoo Somali Land keessatti argaman rakkoo keessa jirru ummanni Oromoo bal’aan …
Read More »ABO fi QBO Ololli Kamuu Hin Diigu !
Qabsoon Oromoo eessa geesse?
Dur bara ijoollumaa inna warra saaniif hurraa bu’anii yk horii tiksanii yk dirree keessa taphataa oolanii manatt deebi’an ijoolleen olla toora tokko galanii mataa saanii …
Read More »MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Saglaffaa
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa saddeettaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma gara …
Read More »Visionary vision with curative and palliative character
By Dr. Deressa As the Oromo people resisted Ethiopian invasions, they confronted both Ethiopian soldiers and traitors, for example during Menilik (like Gobena), …
Read More »If God speaks Afaan Oromo, why not the #BBC?
Birhanemeskel Abebe Segni One of the most important part of the Bible on the equality of languages of the world is the Book of Acts …
Read More »Koreen Sagaleen teenya haa dhagayamtuu maal irra jiru?
https://youtu.be/olNUfDRGh0Q
Read More »