Yoo mukaaf sujunnee ayyaana irreechaa khabajuu baanne oromummaan kan nurraa fuudhamtu yoo taate oromummaa akkanaa hin barbaannuu.
Wal bekuu irra waliif beekuu wayya jedhaamiti ree Oromon wayta dubbatu.!!!
Dhaamsa Barreessitootaafi Dubbistoota Barruu Oromoo Maraaf!
H O R A H A R S A D I I T T I !!- B I SH O O F T U …
Read More »Labsiin Magaalota Oromiyaa Dhaabuuf jedhamee dhihaate Caffeen marii gabaabduu booda ibsa gahaafi jijjiirama tokko malee dabarsitee jirti.
Labsiin kun Maastar Pilaanii Finfinnee hojirra oolchuuf seeraan hayyame jechuudhaa? Ifatti hin hayyamne. Garuu Maastar Pilaanii bira dabree dantaa Oromoofi Oromiyaan magaalota irraa qabu miidhuuf …
Read More »Britain loltoota ishee gara Somaaliyaatti ertite
WASHINGTON DC— United Kingdom humnootii ishee gara Somaaliyaa fi Sudaan kibbaatti erguuf murteessuun ishee yaada gaarii tumsa uummata biyyoota lameeniif gochaa jirru jabeessa jechuun mootummaa …
Read More »“SAY NO” MURTII SHIRAA
Nuti hin dhageenyu dubbii jara sanaa Lafa teenyaaf lubbuu teenya laannaa Isinis nu fixxan, nutis numa dhumna Mirga keenya sirritti kabachiifanna Haqa keenya irratti wareegamna. …
Read More »Yaamicha Warra Su’uudi Jiraatuuf Dhiyaate
Obboleettiin teenya Naa’imaa Nuuree Abdulqaadir Haajjii godhuuf jecha Makkaa dhaqxe achitti nurraa badde haga amma hin mul’anne. Kanaafuu namni bakka ishiin jirtu beeku akka nu …
Read More »Ethiopian runners begin new lives after fleeing to the United States
Athletes who suffered political persecution face an anxious wait to find out if their asylum claims are successful and they can resume their careers.. For …
Read More »Oduu Prezidaant Obaamaa fi Hoogganaan Raashiyaa dhimmootii Falmisiisoo irratti mari’atan
WASHINGTON DC— Prezidaantiin United States Baaraak Obaamaa fi hoogganaan Raashiyaa Vladimir Putin yaada isaanii faallaa walii kan walitti bu’iinsa Siiriyaa fi Ukraine keessaa ibsuuf jecha …
Read More »