Namni suuraa isaanii asii gaditti argitan kun H / Qeebaloo Sa’id jedhamu lammii oromoo dhalataa godina Arsii aanaa Gadab Asaasaati sirnya hajjiitiif Saudi Arbiadeemanii naannoo …
Read More »NUUF BAHI YAA BIIFTUU!
Yaa biiftuu yaa ifa ummataa Dukkana maaf tahe Carraan Oromootaa? Ifnikee hangahee Bakkayyuu wal gahee Namayyuuf bahee Addunyaa naannahee Nutti maaltu tahee? Ifnikee garayyuu hangayaa …
Read More »WAA SADI AFOOLA OROMOO KEESSAA
QOPHEESSAAN ABDII LUUCCEE Waa sadi facaasanii guurun nama rakkisa • Xaafii facaasanii guurun nama rakkisa • Kijiba facaasanii guurun nama rakkisa • Yaada facaasanii guurun …
Read More »Baankiin Biyyoolessa Itoophiyaa boordii Bankii Hojii Gamtaa Oromiyaa haarawaan bakka buuse
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Adoolessa 2015 keessa sadarkaa idil-addunyaatti badhaasa gaarummaafi hooggansa gaarii argateera Torbaan darbe Baankiin Biyyoolessa Itoophiyaa hooggantoota Bankii Hojii Gamtaa Oromiyaa ijoo …
Read More »Oromo TV: BBC Afaan Oromoo
https://youtu.be/__xREN7sK1w
Read More »Oromia’s Irreecha Festival – A Revival of an Ancient African Culture – An Attempt to Understand and Explain
By Mekuria Bulcha, Ph. D. Irreecha (also spelled Irreessa), the Oromo equivalent of Thanksgiving, was traditionally celebrated bi-annually in different parts of the Oromo country. …
Read More »SAAMICHI MAQAA “ABO”
OromoTv: Qabsoo Bilsummaa Oromoo fii Afaan Oromoo; Seenaa Bara Afurtamaa
https://youtu.be/0oCv7BJJZgY
Read More »Akka RDH gabaasetti namoonno biyya keenya irraa hajjiif bahani miidhan irra gahe 5 ga’ee jira.
Hujjaajota Lammiiwwan Biyya Keenyaa Kan Minatti miidhamanii hanga ammaatti eennummaan Isaanii hin beekkamin keessaa, Namoottan suuraa gubbatti argitan kunniin yeroo ammaa kanatti Hospitaala (JISR MINA) …
Read More »Usaamaa bin-laadin ni jira, hin duune
Hegeree Oromiyaatiin Kana jedhan Obbo Edwaard Sunuden nama CIA waliin dhimma Al-qaa’idaa irratti yaro dheeraa hojjachaa turee hoggaa tahuu garuu yero ammaa CIA jalaa baafate …
Read More »