Washington wants a stable partner in the Horn of Africa. But cozying up to the repressive regime in Addis Ababa isn’t the way to go …
Read More »Oromo TV:Grand Opening this Saturday July 11, 2015 Bilal Oromo Dawa Center
https://youtu.be/EqjIk4w1ZAI
Read More »Keemikaalli,Zayita nyaataan walfakkaatu odoo gara magaalaa Gimbiitti geeffamaa jiruu daandiirratti qabame
Wayyaneen Oromoo fixxuudhaaf karrorfattee jirtii. Keemikaalli,Zayita nyaataan walfakkaatu odoo gara magaalaa Gimbiitti geeffamaa jiruu daandiirratti qabame. OMN:Oduu Adol. 07,2015 Namooti Keemikaala zayita nyaataa fakkeessuun barmeela …
Read More »INSIGHT INFORMATION ON UNPO XII GENERAL ASSEMBLY AND OROMO LIBERATION FRONT (OLF)
Unrepresented Nations and Peoples Organization (UNPO) held its 12th General Assembly from 2 to 4 of July 2015 in Brussels, Belgium. The first day opening …
Read More »Seenaa darbe irraa maal baratne? Keessaa iyyuu kan MQBO. Keessatti Oromoo mudate
Imala qabsoo bilisummaaf godhamu keessatti bu’aa fi ba’ii hedduutu nama mudata .kana jechuun galii tokko yoo qabatan illee adeemsa ykn tobtaa irratti wal dhabuu …
Read More »Koree fala barbaadu hawaasa muslimaaf Obolewwan keenya 18 hunda isaan irrat mani murtii murtee badii dabarsuun isaa bekkamme .
ODUU GUUTU MANA MURTII Hasbunalaahi Woni’imal Wokiil Raadiyoo Daandii Haqaa {RDH } Wiixata Wooxabaji 29 /2007 Mani murtii Mootumaa Murtee badii Eegi isaan irrat dabarsee …
Read More »Manni murtii Fedaralaa Itoophiyaa,hidhamtoota Koree Hawaasa musiliimaan yakkamtoota jedhe.
Prezidaantiin Ameerikaa Baraack Obaamaan Itiyoophiyaa Daawwachufu jiru. Mormitoonni IHADEG qofa utuu hin taane Nuuniis haasofsiisuu qabu jedhu
FINFINNEE— VOA Paartiin guutmmaa itiyoophiyaa MEAD paartiin dimokraasummaa Itiyoophiyaa EDEPA fi paartiin Ray ibsa har’aa kan kennan ba’ii filannoo baranaa akka hin fudhanne ifa taasisuuf …
Read More »Waamicha hawaasa fi lammii Oromoo Awuroophaa kessaa jirtan.
(Sagalee Bilisummaa Oromoo – Adoolessa 06,2015) Walgahiin kora ABO Godaina Awurophaa kan waggaa waggaan, tahu baranaa adooleess 24- 25/2015 biyyaa Sweden, magalaa Stockolmtii tahufi …
Read More »Ahbaashaa fi Amantii isaanii Fokkottuu!!!
Megersa Abubeker Ahmed Kutaa 1ffaa Jama’aan “Ahbaash” jechuudhan of yaamu kan amma biyya teenya keessa figuu jalqabe kun eega nubira gahee bara 15 tahee jira. …
Read More »