Haasaa Qajeelchituu Fiilmii Afaan Oromoo Asaantii Keeriyaat Yuusuuf Waliin Taasfine Guraandhala 21, 2015 (oromopress) — Tamsaasini Reediyoo Oromiyaa kun haasaa Qajeelchituu (Director) fiilmii Afaan Oromoo …
Read More »Ibsa Addaa Bilisumma Oromiyaa
Harka muraafi shalabbii harmaa kan habaleen raawatame rasaasatti jijjiiree murrriqii Saba Oromoof diinni haareysoomsuuf dhaadate oolchuun duursinee gumaa kalleessaa kafaluuf irroomuun Sabaa dirqama sardaadha. dhawwaaqni, …
Read More »Quuftee Of-wallaalte..!
Gaaditee hin elmattuu Tola siif dhaabbataa Sodaa takka malee Elmattee ol-kaataa Harmeen haati loonii Manni isii gu’ee Tokkichattii hin baatuu Qe’een itti bonee Saawwaan harkaa …
Read More »Wallisa Umer Suleeyman. Itti fufa qabsoon
https://www.facebook.com/video.php?v=1408552649447612&set=vb.100008786715649&type=2&theater
Read More »OFIRRAA KAASI MALEE*
Taammanaa Bitimaa irraa Ginni bittaa-Maqalee Jarri qawween as galee Akkuma Minilik-faa Uummata keenya qalee Ijoollee teenya qalee Yaa Oromoo …
Read More »OMN kan ummataan dhaabbatee fi kan ummataa waan ta’eef namni fedhe haala adeemsaa irratti yaada mataa isaa kennachuu mirga qaba.
(Keessumattuu ilmaan Oromoo OPDO fi humna waraanaa biyyattii keessa jiraniif)
Boruu Barraaqaa Warri Wayyaanee Oromootti dhaadachuu jalqabuun har’a feef miti. Gaafa 1992, yeroo ABO Mootummaa Cehumsaa keessaa dhiibanii baasan irraa qabanii akka Oromootti nutti …
Read More »NAFXANYICHI WAYYAANEE BURKAANA IRRA TAA’EE DHAADATAA?
Taammanaa Bitimaa irraa Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, wannin harra isiniif dhiyeessu kun dubbii dureewwan warra Wayyaanee keessaa inni tokko raasaa kana kallachumatti, …
Read More »Aussie educator’s quest to document an African language
The Oromo people are the largest indigenous population in the Horn of Africa, but throughout history their native tongue has been under threat of …
Read More »African language revived through children’s textbooks
A native African language has been brought to the pages of children’s textbooks for the first time by a Melbourne teacher. Read More
Read More »