Dabaafi daddaba afaan keenya dabsu sirreeffachuun guddina afaan keenyaa karaa qajeelaarra kaayuudha.
Read More »KULKULFATA – ASOOSAMA
Barreessaa:- Saphaloo Kadiir KUTAA LAMMAAFFAA(2) Mooraan koollejjichaa yeroo dheeraaf faanaa fi hafuura namaa dheebottee turte, torbaan kana namoota umrii garagaraa kan kutaa Oromiyaa keessaa walitti …
Read More »SEENAA NAMA BOOCHIFTU
Mucaa haadha hin qabne Seenaa dhalootuma isaarraa eegala guyyuma inni dhalate haati irraa duute, abbaan isaa fuudhee haboo isaatitti kanne, abbaan baatii 7 taa’eeti jaartii …
Read More »Wayyoo Anaa Nyaatu
Akka sabaatti ijaaramnee,oromummaa fi Oromoo duwwaa abdannee, gooboo garee fi maqaa qabsoon daldaaltuu, hundeen diiguu qabna.
………Kutaa lammaffaa Barreefama kiyya kutaa tokkoffaa keessatti, dhaabbileen siyaasa Oromoo, dhimmoota irratti garaa garummaa qabanii fi waantota irratti waliin hojachuu danda’an, adda baafatanii mataa isaaniitiin …
Read More »Beeksisa Waamicha Walgahii Amajjii Guyya WBO Amajjii Guyya 3/01/2015 Ilmaan Oromoo biyya Swedin magaalaa skara fi Naannoo isii jiraattanif kuta Skandinivia Jiru hundaaf Waamicha walgahii konyaan ABO ayyantu Dagaa kabajaan afeera,
Baraatu Bara Milkiitii Bahaa Falmadhaa!
Seerri barreeffama Afaan Oromoo biyya keessaa fi alatti daandii garaagarummaa calaqqisu lama qabatee dagaagaa jiraachuu
(Waggaa 20ffaa hojii irra ooluu Qubee sababfachuun kitaaba kiyya hin maxxanfamin ‘HARKATU HARKA DHIQA’ jedhu keessaa kan dubbisaaf dhihaate) Boruu Barraaqaa tiin | Sadaasa 4, …
Read More »Sadarkaa dhaabaattii koreen tokkummaa fi ilaa fi ilaamee ABO jijjiramaan maqaan isaanii akka kanaa gadiitti ibsamee jira.
ADDA BILISUMMAA OROMOO OROMO LIBERATION FRONT اورومـوحـرير اجبهۃ Gaafa: Sadaasa/04/2014 Lakk.:008/2014 Date: Nov/04/2014 No.: 008/2014 رقم Ibsa ABO jijjiramaa irraa kenname. ABOn qabsoo Oromoo haala …
Read More »Oromiyaa: Under the occupation of Tigrayan fascist regime
By Leenjiso Horo November 2014 Note: In discussing the crimes that the Abyssinian regimes committed against the Oromo people, some Oromo individuals focus on just …
Read More »