Gabaasa kiyyaa Gonfaa tiin Hirrira nagaa biyya Norway magaalaa Oslo keessatti gaafa guyyaa 16 october 2014 gaggefamee jiraa.hirrira nagaa kana irratti lammii oromoo tahaan heedduu …
Read More »Filannoo fi Itoophiyaa (Kutaa 3ffaa)
Duula na filadhaa Duulli na filadhaa kan filannoo 2005/1997 fi kan 2010/2002 wolbira yo qabamu Waaqaa fi lafa. Bara 2005 duula akka fedhanitti gabaa keessatti …
Read More »Afuura Kee Dhabne !
Gabaasa Kabajaa Ayyaana Waggaa 50ffaa Waldaa Meccaa-Tuulamaa fi Ayyaana Irrecha Magaala Nürnberg biyyaa Jarmaniitti kabjame
Onkoloolessa 19, 2014 Ayyaana Irrechaa yeroo jalqabaaf gaafa 18.10.2014tti Magaala Nürnbergtti kan Kabajame ole yemmu ta’u Seena Ayyaanicha maal akka ta‘e fi akkasumas Ayyaanni kuni …
Read More »Dhaabni suuqii tahee..Magaalaan oowwitee?
Duuraan nu fakkaattee gadheen nutti maltee Dubbii mammaaksaan Oromoon dubbattee; “Fira fakkaatee Risaan Shimbir nyaatee” Kunoo hubadhu mee dubbiin akkas taatee. Irbuu kalee seenuun manaa …
Read More »Barri 2014 Seenaa Qabsoo Oromoo keessatti waan ittin ibsamu hedduu
Waan hundi yeroo isaa malee akka hin taanee, Maanguddoonni Oromoo barnooti hammayyaa hin booressine gadi jabeessanii dubbatu. Dhugumatti miidhaan Ummata irra ga’u jabaataa wayita deemu …
Read More »Fuudhaa fii heeruma Aadaa Oromoo
Mararoo misiroon dhaammattu *********************** Oromoon aadaa, seenaafi eenyummaasaa haala addaddaatiin ibsata. Keessumaa aadaasaa haala bareedaafi hawataa ta’een karaa addaddaatiin ibsata. Aadaa Oromtichaa tarreessuun hanga urjii …
Read More »Gutuu Hawaasa Baqataa Oromo Biyya Masrii Hundaaf :
Paartileen siyaasaa uummata Oromoo bakka bu’uun naannoo Oromiyaatti dorgomuuf jedhan kudhan keessaa sagal beekamtii guutuu ta’e argatanii jiru.
Harka Fuune akkam jirtu Obboloota kiyya? Akkuma beekamu Filannoon bara 2014/2007 adeemsifamuuf Ji’oota muraasa qofatu hafee jira. Paartileen siyaasaa uummata Oromoo bakka bu’uun naannoo Oromiyaatti …
Read More »E B O L A
Dhukkuba hamaa nurraa qabi “Ebola” Addunyaan dadhabdee sihi abbaan falaa Dallansuma teetii dhibdee mitii balaa Irraa nu baraarii nu baasi mee jalaa! Gurra namuu gahee …
Read More »