“Kan qabsaawa jirruuf fedhii ummata keenyaa bakkaan gayuufi” Jaalli kun fedhii isaa bakkaan ga’ee moo kan ummataati bakkaan gahee? J/ Nadhi Gammadaa yoo wareegame fuulli …
Read More »Amaanaa – Fiilmii Afaan Oromoo
Wanti waaqni nu umeef bilisaan akka addunyaa kana irraa jiraannuf. Garuu namni humna walii wal irrattii ilaalachuun dantaa mataa ofii mo’achiisuuf jechaa bilisummaa dhunfaa …
Read More »“Gudeedamuun isa salphaadha, kan kana caaluutu nurratti raawwatamaa jira”
Gaafiif deebisaa RSO haala baqattoota Oromoo biyya Yemen keessatti yeroo ammaa deemaa jiru laalchisee……
Read More »Hin seenu mana gumaa!!!
Hin seenu mana san haaloon irraa qaba Waan baay’ee na miidhan aariin garaa qaba Tokkoyyuu hin dagadhu ani gocha isaanii Har’as itti jiru isaan …
Read More »Qabeenyi ABO Shanee Gumii Saamamuu isaa ammaan dura isiniif ibsineeti turre.
Garuu horiin kun akkuma ammaan dura isiniif ibsinetti madda galii addaa jedhameeti beekkama. Kan ajaja hayyu duree qofaan sossoohudha kanaaf namni biraa horii kana …
Read More »Seenaa irratt qabattee gabaabduu
Diimaa Nagawo Finfinnee Gale
(Oduu, Oromedia, 17 Okoloolessa 2014) — Yeroo garaa garaatti Itoophiyaa haarosuuf fedhii akka qabu ibsaa kan jiru, Dr Diimaa Nagoo, torbee kana keessa Finfinnee deemuun …
Read More »Qophii Deegarsa OMN Fii Khabajaa Ayyaana Irreeysaa Irratti yaadaafii dhaamsa Hawaasa Oromoo biyya Sweden.
Dhiibbaan Motummaan Masrii (Gubsii) hidhaa laga Abbayyaarratti godhaa jirtu haga tokko itti milkaawuun isaanii gabaafame jira.
Hegeree Oromiyaa Dhiibbaa Diplomaasii cimaa Motummaan Masrii goteen warreen akka Raashiyaan , tokkummaan Awrophaa fii Chainaan gargaarsa maallaqaa Milyaara 3.7 hidha laga abbayyaaf kennaa jiran …
Read More »