ADDIS ABABA: Djibouti has sent thousands of Ethiopian migrants back to their country in recent weeks, and some returnees have tested positive for the coronavirus, …
Read More »Adeemsa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti warraaqsa dhalatanii galma hankaakan/hanqatan (1870 – 2020)
Malkamuu Jaatee, Caamsaa 15 bara 2020 Seensa Ummati Oromoo mootummaa-maleeyyi ta’uudhaan walabummaa sarbamee, aangoo ittiin diina ofi irraa ittisu dhabuudhaan, balaa (rakkinoota) gurguddoo sirna mootummaa …
Read More »Walitti ida’amuu qofaan Koroonaa moo’achuun danda’ama jedha MM Abiy Ahmad.
https://www.facebook.com/PMAbiyAhmedAli/videos/204022534359247/?t=70 Saayintistootnii fi Doktorootni garuu addaan fagaachuu qofaan Koraanaa moo’achuun danda’ama jechaa jiru. Saayintistootnii fi Doktorootni faallaa Abiy waan deemaniif diinomfate fakkaata. Osoo dura ofumaa …
Read More »Dr.Milkeessaan buutame jira!
Oduu Ammee! “Giriggirri keessa budeen nacciin shan bade” jedhani!Giriggirri dhibee Koronaa vaayiraasii sababeeffachuun Mootummaan bilxiginaa fi harcaattootni sirnaa naafteenyaa koronaa vaayiraasiitti aantee adamoo beektoota ukkaamsuu …
Read More »Caqasi Leenjii Bilxiginnaa!
https://www.facebook.com/ijole.hararge/videos/1082026345504867/?t=55
Read More »Gorsa namoota dhukkuba ‘Asmii’ qabaniif dhukkuba COVID-19 ilaalchisee.
Dr. Gurmeessaa Namoonni kanneen dhukkuba dabalataa qaban dhukkuba COVID-19 kanaaf haala addaan saaxilamoo akka ta’an beekamaadha. Namoonni dhukkuba asmii qaban ammoo keessumatti addatti hubamu. Haala …
Read More »(OROMUMMAA fi SABBOONUMMAA) / (ITOOPHIYUMMAA fi AMAARUMMAA)
(ኦሮሞነት እና የኦሮሞ ብሔርተኝነት) / (የኢትዮጵያ ብሔርተኝነት እና አማራነት) Berhanu Hundee Dhimmootni mata dureerratti lakkuu lakkuudhaan garee lamatti bahan kun faallaa walii akka ta’an osoo …
Read More »Tatamsa’ina Vaayrasii Korona To’achuuf Murtoo MNO Dabarse
Mootummaan naannoo Oromiyaa tatamsa’ina vaayirasii koronaa ittisuu fi xiyyeeffannoo addaatiin socho’aa jira. Sosochii hanga ammaatti taasifame akka jirutti ta’ee gaaga’ama sababa dhibee daddarbaa kanaan dhufuu …
Read More »Coronavirus: Sudan deploys troops to secure Ethiopian border
On Friday, the Governor of El Gedaref state, Maj Gen Nasreldin Abdelgayoum, announced the deployment of more troops to reinforce security on the border with …
Read More »Dhaamsa waayee dhukkuba Corona
Ummata keenna kan baadiyaatiif 1. Gabaa loonii dhiisaa( obsaa). Namni daldala looniitiif dhufu hedduun magaala gurguddoo irraa waan dhufuuf san qofa miti tuttuqqaa biyya alaatis …
Read More »