March 19, 2015 (JUBA) – South Sudan dismissed as unfounded reports alleging it was hosting Ethiopian rebels within territories as part of efforts to fight …
Read More »Waan Hundaa dura “Baga Biyya Keessan Ishee Dargaggummaa keessan Aarsaa itti Gootanitti Nagaan Dhuftan!!”
Seenaa Abdissa Haala Yeroo Irratti Yaada Dhuunfaa Kiyyaa!!! ==================================== Dhaabbilee ykn Paartiwwan Mirga uummata Oromoo kabachiisuuf dhaabbatan keessaa tokko kan ta’e Paartiin Adda Dimookiraatawaa Oromoo(ADO) …
Read More »An Eritrean based Ethiopian opposition members reported to be in detention
Several members of the Eritrean based Ethiopian opposition party of Oromo Liberation Front (OLF) are reported to be in detention in the Eritrean military camp …
Read More »Osoo ABOn Dhalachuu Baatee Lakkoofsi Oromoo Amma Jiru Kun Ni Jiraa Laata?
2, Oromoon OdooGabronfattoota HabashaaHarkatti Kufuu Baatee Hoo Har’a Eessa Jira Laata..? Baarentuu Gadaa Irraa Yoon kaleessa yaadadhu, yoon waan Oromoon waggoota 100 oliif keessa turee …
Read More »Ibsa Miseensota Adda Bilisummaa
IBSA WALGAHII KHR-ABO
Koreen Hoji-raawwachiiftuu Adda Bilisummaa Oromoo Guraandhala 19 – 23, 2015tti teessuma qabaate. Erga ABOn tokkoomee walgahiin akkasii tahuuf kun kan duraa tahuun walgahicha seensa-qabeessa taasisa. …
Read More »Ibsa Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo Godina Awurophaa.
Guyyaa 24-02-2015 Nuti miseensoni Adda bilisumma oromoo godina Awuropha hala dhiyenaa kana matan motummaa wayyannee kan ta.e abbay tshayen dhamsaa karoora abbotii isaa kan …
Read More »Ibsa Addaa Bilisumma Oromiyaa
Harka muraafi shalabbii harmaa kan habaleen raawatame rasaasatti jijjiiree murrriqii Saba Oromoof diinni haareysoomsuuf dhaadate oolchuun duursinee gumaa kalleessaa kafaluuf irroomuun Sabaa dirqama sardaadha. dhawwaaqni, …
Read More »(Ibsa ABO duula diinaan Oromoo irratti baname ilaalchisee)
Gurraandhala 13, 2015 (Oromo Liberation Front) — Mootummaan Wayyaanee ummatoota irraan gama dinagdee, siyaasaa fi hawaasummaan miidhaa ol aanaa dhaqqabsiisaa jiru kufaatiin isaa kan hin hafne …
Read More »Hoogganummaa Daawuud Ibsaa, Dhugaasaa Bakakkoo fi Bultum Biyyoo irraay gonkuma bilisummaa Oromoo dhugoomsuun hin danda’amu
Qabsoon bilisummaa Oromoo sadarkaa kam irra jira? Guutuu Guraandhala 2015 Gaafii kana Oromoota heddutu gaafataa jira. Deebiin kennamaa jiruus, akkasuma hedduu dha. Walumaa galatti deebii …
Read More »