Innaalillahi wa’innaa ileeyhi raaji’uun Rabbiin Jaannataan sihaa qaniinisu goota Sabaa. Diinni uummata Oromoo bilxiginnaan Jaal Kamaaliin aj*jeesuu dadhabnaan “Ni ajjeesame” jechuun kan gaddite fakeessuun titisota …
Read More »Gammoojjii fii baadiyyaa qofa osoo hin taane magaalota keessa galaa jirra
BBC Afaan Oromoo Waraanni bilisummaa Oromoo (WBO) kan mootummaan ‘ABO-Shanee’ jechuun paarlaamaan shororkeessummaan faraje, erga bulchiinsa Abiy Ahimad waliin wal waraanuu eegalee amma waggoonni sadii …
Read More »“Alaabaan ABO, Mallattoo, Fakkii fi Qabeenya ABO fi Ummata Oromooti!
Ani Johar Muhammed tuqame jedhee murtii kana hinfudhanne.
WARREEN WAAN JOHAR MUHAMMED TUQAMEEF DHAABARRAA UFBAAFTEE JETTANII KEESSAN NA GAAFATTAN HUNDAAF DEEBISAA KIYYA. Ani Johar Muhammed tuqame jedhee murtii kana hinfudhanne. Sababni dhaaba ABO …
Read More »Naggaadeen alaabaa ar’aas waanuma kalee irra deebi’uun gad jabeessite
Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee Waxabajjii 9, 2022 ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii Kongiresii Federaalawaa Oromoo (KFO) barresseen haalli itti fayyadama …
Read More »Obbo Jaawaar Mohaammad, alaabaa ABO seeraan ala itti dhimma bahuu hin qabu
Addi bilisummaa Oromoo (ABO)’n xalaayaa waxabajjii 06, 2022 dura taa’aa Kongirasii Federaalistii Oromoo, Piroofeesar Mararaa Guddinaatiif barreesseen, Itti aanaa dura taa’aan KFO obbo Jawaar Mohaammad …
Read More »I am hereby resigning from OLF’s CC member and OLF’s membership effective immediately.
“Utubaan haga dhiiban qaba, haga dhiisan qaba” jedha Oromoon. Faranjoonnis ” enough is enough” jedhu. Waan hinhubanne keessatti gubachuun gowwumaadha. To: J/Dawud Ibsa. OLF’s Chairman …
Read More »Daawud Ibsaa KFOn faajjii ABO akka itti hin gargaaramne akeekkachiise
“Obboo Galaasa Dilboo maal ta’an, maal barbaadu?
An ammumayyu nama kabajaa guddaa Obboo Galaasa Dilbootiif qabu keessaa tokko. Obboo Galaasaan nama jireenyii isaanii bilisummaa Oromootiif jedhe erdarame keessa nama tokko ta’un …
Read More »