Bilisummaa fi Abbaa Biyyummaa Oromoo Dhugoomsuuf Tokkummaan Dhaabbilee Siyaasa Oromoo Murteessaa dha. Qabsoon hadhooftuu bara dheeraa dhaloota irraa dhalootatti darbaa turte, wareegama qaqqaalii gaafatus , …
Read More »Qabsoo roga hundaan jabeessuu fi tokkummaan dhaabbachuun bilisummaa Oromiyaaf wabii dha.
Ibsa ABO jijjiramaa haala yeroo irratti. Ilmaan Oromiyaa bilisummaa sabaa fi abbaa biyyummaa isaanii goonfachuuf qabsoo hadhooftuu fi haarsaa guddaa gaafachaa jiru yeroo dheeraaf gaggeessaa …
Read More »Garagarummaa Dhaabota Oromoo gidduu
In the Mask of Democracy Promotion: The Betrayal of Oromo Struggle for independence
By Leenjiso Horo April 2015 “I lived through the whole war,” Thucydides remarked in his History of Peloponnesian War, “being of an age to comprehend …
Read More »B/J/ Kamaal Galchuu: “Qabsoon biyya keessaa finiinaa jirti”
Kora ABO Kutaa Kanaadaa (Garee J/Kamaal Galchuu)
J/Odaa Xasee: “Waraannii keenya diinaa wajjiin kokkee wal qabaa jira”
Rakkinni ummata Oromoo, Mootummaa Walaba Oromiyaa ijaaruudhaan furmaata argata malee, umurii cunqursaa fi saamichaa Oromoo irratti dheereffatuuf filannoo dharaa Wayyaaneen geggeessituun miti
Saartuu Magarsaa irraa Sirna dimookraasii jechuun, sirna mootummaan ummataa, ummataan, ummataaf ittiin ijaaramu jechuu dha. Sirni dimookraasii kun, mootummaa ummataa, ummataan ijaaramee ummataaf hojjetu argamsiisuu …
Read More »ODFn Ari’un Wayyaanee ABO jabeessuufi Haaromisuufi carraa haaraya uuma.
“NAMNI AKKA FEDHU DHABE AKKA HIN FEENE TAHA!” JA’A WARRI BIYYA KEENYAA HOGGAA MAAKMAAKAN…
“Aak..! Ja’an malee waan tufan, makmaakan malee waan himan..!” jachuun Oromoodha waa baayyee mul’isa. Aniis dubbii tiyya maakmaaksaan jalqabuun kiyya maakmaaksa isinii himuuf yookaa isin …
Read More »