#OromoProtests, 20160806: Animal Agazi barbarism in Addis Ababa/Finfinne
Ilmaan Oromoo dhalootaan naannoo Jimmaa taatan maraaf!
(Waamicha kana hatattamaan walii raabsaa, keessumattuu warri gara Jimmaa) Waamicha seenaan isinii dhiheessaa jirtu jalaa yeroodhaan owwaadhaa! (Boruu Barraaqaatiin) Oromiyaan ciniinsuu warraaqsaa irra jirti. Bilisummaa …
Read More »#OromooProtests Dhaamsa Ariifachiisaa Amma Barattootni Yuunivarsiitii Madda Walaabuu dabarfachaa jiran.(waliif Dabarsaa)
Nuyi Barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Madda Walaabuu halkan edaa yeroo sadaffaaf diddaa itti fufnee jirra. Halkan darbe kana humni waraanaa ifaa balleessuun mooraa Yuunivarsiitichaa weeraruun …
Read More »MURTII GAMTAA AWROOPPAA (EU) IRRAA OROMOON MAAL EEGGATA?
(Dura obsaan dubbisaa xumuraa, eegas ammoo ‘Share’ godhuun dabarsaa) (Saphaloo Kadiiriin) Akkuma beekkamu gamtaan Awrooppaa (EU) dhimma fincila Itoophiyaa keessatti taasifamaa jiruun wal qabatee …
Read More »Dubaratoota Oromoo Biyya UK waajjira Muummee Minsteera UK Deeviid Kaameruun fuula dura Buluun sagalee ummataata Oromoo dhageesisaa jiru
We deducted this film to #Oromoprotests. The life cut short, but their memory and courage lives on. WE ARE OROMO, AND WE ARE UNITED!
#OromoProtests Machara ( West Hararge) screaming at the TPLF devil back to hell December 31, 2015
Oromiyaa fii Algeeriyaa Madaala Seenaa Gabrummaa fii Wal’aansoo Bilisuummaa
Haalli dhiheenya kana Oromiyaa keessatti deemaa jiru onnee ummataa keessatti abdii bilisummaa tan Wayyaanee keessatti naasuu guddoo uumee jira. fincilli diddaa gabrummaa tiif kaabaa-kibbaan, …
Read More »