Ilmaan Oromoo Addunyaa Mara keessatti Yaadannoo Gootichaa diinaaf summii Sooreessaa Jaal Jaarraa Abbaa Gadaa eega du’aan addunyaa tanaraa galanii kaasee yaadannoo isaa bakka garagaratti gad …
Read More »Jaarraa Abbaa Gadaa Memorial and Foundation Inaugural Ceremony
We cordially invite you to join us as we celebrate the life and legacy of the Father of the Oromo Liberation Army (OLA), and …
Read More »Seenaa gabaabaa waayee Sooreessaa J Jaarraa Abbaa Gadaa
Bara 1936 ykn 37 Xaaliyaan hoggaa biyya seente, Harargee Bahaa Watar bakka je’amutti Abdukariim Ibraahim (Jaarraan Abbaa Gadaa) dhalate. Jaarraan Jollummaan barnoota diin erga baratee, …
Read More »“Warra Rageeyfateen Dhufte”
Sooreessi Jaal Jaarraa Abbaa Gadaa Maal Dhaammate?…
Sooreeysi Jaarraa Abbaa Gadaa dhaamsa ummata Oromotif khayee Dubartoota, Barattoota, Daldaltoota, Qotee bultoota fi Manguddoota akkasuma Barsisoota Lammii Oromoo tahan maraaf dhaamsa mayyi yeroo gabaaba …
Read More »JAARSA AKKA JAARE E, JAAMAA AKKA JAAME WALLAALE CAALAA WANTI NAMA RAKKISU HINJIRU JEDHA.
Nuti Oromooni magalaa gudditii Suweden Stockholm fii nannoo isii jiran walitti dhufuun, qooda nurraa eegamu bahuuf murteeyfanne
Nuti Oromooni magalaa gudditii Suweden Stockholm fii nannoo isii jiran walitti dhufuun, qooda nurraa eegamu bahuuf murteeyfanne Du’aan adunyaa irraa galuu Jaarraa Abbaa Gadaatiif gadda …
Read More »Du’aan Boqochuu Jaarraa Abbaa Gadaa ilaalchisee ibsa Koree H/Qindeessituu ABO Kutaa Australia
Miseensotaa fi deggertoota ABO biyya Austraaliyaa keessa jiraannuuf du’aan boqochuun hayyuuu keenya J/Jaarraa Abbaa Gadaa gadda guddaa ta’uu ibsachaa Hogganoota fi bu’ureessitoota qabsoo bilisummaa Oromoo …
Read More »Jaaraa Family Press Release
March 5, 2013 It is with great sadness that we announce the passing of our beloved Jaarraa Abbaa Gadaa (Abdulkarim Ibrahim Hamid) on March 3, …
Read More »Oromiyaan mallatoo gotota bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa hangafa dhabde.Oromiyaan mallatoo gotota bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa hangafa dhabde.
Soso’a qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti yeroo irraa yerooti jagnnooni, gootootni fi hayyootni dhimma saba isaanii kan waloof jecha gahee isaanii jireenya lubbuu isaanii baasan …
Read More »