Gurraandhala 13, 2015 (Oromo Liberation Front) — Mootummaan Wayyaanee ummatoota irraan gama dinagdee, siyaasaa fi hawaasummaan miidhaa ol aanaa dhaqqabsiisaa jiru kufaatiin isaa kan hin hafne …
Read More »Dr. Nuuroo Daddafoo, Hayyuu Durummaan filaman
ADDA BILISUMMAA OROMOO Gaafa: Onkoloolessa 25, 2014 Date: 10/25/2014 No.: 007/2014 م قر Ibsa ABO Gumiin Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo walgahii hatattamaa Onkoloolessa 25, 2014 …
Read More »“Jenraal Kamaal Galchuu ganda bira kutee warratti gad deebi’e”
Gaafiif debisaa sarara Paltalk OMMWSO Jeneraal Hayluu Gonfaa fii Obboo Dhaabaa Walin taasise 20141025
Read More »Nafxanyoota moofaas ta’ee haaraa wajjin hojjennee bilisummaa arganna jechuun garaagarummaa hin qabu, bu’aas hin fidu
Abdii Boruutiin Gara ogummaatiin yoo ilaalame, ani barumsa siyaasaa fi seenaa qabaachuu baadhullee, akkan adeemsa siyaasaa keessatti hubadhutti garuu, galii barbaadan tokko gahuuf tarsiimoolee fi …
Read More »“TVOMT; J.Kamaal Galchuu waan himuun nama qaanfachiisu dalage”
Addi Bilisummaa Oromoo ABO jijjiramaan beekamutti HD ta’ee kan ture G/Kamal Galchuu hatattammaan hooggansa HDummaa isaa irraa akka ari’ame beeksisuu.
OROMO LIBERATION FRONT Gaafa: Onkoloolessa/23/2014 Date: 10/23/2014 Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname. G/Kamal Galchuu eerga HD ABO jijjiramaa ta’ee hojii eegalee kaasee,sababaa …
Read More »Interview with B/General Kemal Gelchu On SBS Radio
Guyyaa gootota Oromoo Ilaalchisuun, Dhaamsa ABO Irraa Kenname.
Danbaliin Jijjirama ABO, Imaanaa Jaallan Keenya Wareegamniif Galmaan Gaha! Uummati Oromoo maraa fi qabsa’otiin adda bilisummaa Oromoo guyyaa gootota keenyaa kan yaadannu, imaanaa isaanii galmaan …
Read More »Kaayyoon dhaaba jijjiiramaa ABO YKN hooggana bergaader….
Qabsoo Ofirratti Amantaa fi Kan kaleessaa irraa Barannee, kan Boruuf Maal Gochuu Qabna jennee of gaafachuu! Dhaabni siyaasaa tokko tarsimoo fi galii gara garaa qabaachuun …
Read More »Maaliif kan dabre irraa hin baranne? (Kutaa lammaffaa)
Maaliif kan dabre irraa hin baranne? (Kutaa lammaffaa) Kutaa lammaffaa Mata duree kana jalatti isa kutaa duraa keessatti qabsaa’ota fi jaarmayoota siyaasaa Oromoo kan walaba ta’anii …
Read More »