Waa’ee OMN Guyyaa November 23, 2014 mariin waa’ee OMN magaalaa lakkuu Galma Hawaasa Oromoo MN keessatti saatii 2 irraa jalqabee gaggeeffameera. Matadureen walgahii kanaa ”Rakkoo …
Read More »Osoo hin gaafatin, Osoo hin hubatin….
Osoo hin qoratin Osoo keessan barin Daftee hin dubbatin! Dubbii qaccee qabdee hin raabsin jarjartee Booda ni gaabbita gaafa dhugaa hubatte Ta’uuf dhaba isii irraa …
Read More »Sabboontootaa fi deeggartoonni OMN kanneen odeeffannoo gahaa hin qabne ololaan hamilee cabuu hin qabu.
OSOO HIN HUBATIN HIN DUBBATIN! Sirkanan Ahmed irraa Haala waa’ee OMN irratti deemaa jiru ilaalchisee namoonni garii garii osoo addaan hin baafatin maqa-balleessaa fi diigamiinsa …
Read More »Oromoo fi Oromummaan Haadursu!
Abdii Gemechu Rakkoon tokko tokko OMN keessa akka jiru erga gurra nu buutee bubbultee jirti. Rakkoo hanga tokkos nu warri miidiyaa kana dhiheenyatti beeknu …
Read More »Amma maalin jedha maaluman dubbadha Dubbiin gara galtee tam irraa qabadha?
Arra maalin dhagahe maaltu maal ta’e? Mataan na oowwee garaan na boba’ee Obseen dadhabee imimmaan harca’ee Teenya tun na dhibdee maaltu nutti bu’e? Akkan hin …
Read More »IBSA BOORDII OMN IRRAA KENNAME
OMN: “Ummata khiyyatti kijibuu mannaa aangoo gad lakkisuu naa wayya jedheen OMN irraa gaafatama kiyya gad lakkise”
The Chair Person of Oromia Media Network DR, Hamza Abdurazaq Resigns from his post amid internal and external controversies.
Read More »OMN: “Joohariin akka feetan balaaleeyfadhaa malee OMN amantii, kutaa fii gandaan hin yakkinaa”!!
Haalaa hamii fii jatte jattee dhiheenya kana sabaa himaa Oromoon Jaarte (OMN) keessatti dhalaterra hogganootiin OMN miidhaa kana wal’aanuu fii dandamachiisuuf jihaa hundaan yaalaa jiru. …
Read More »“OPDOnlleen OMN keessa hojjatuuf mirga qabdi” jedhu bulchitoonni OMN
Haala yeroo ammaa OMN irratti deemuu laalchise bulchitoonni OMN gara Paaltookin ummataaf ibsa kennan. Deggarttoonni OMN eega hamii fii jettejetteen waayee namoota achi keessa hojjachaa …
Read More »Miidiyaan jiraates jiraachuu baates,namni jiraates jiraachuu baates dhugaan uummata Oromoo yoom iyyuu hin dhokatu
Seenaa Abdissa Hmmmm……bullee kaanee waanuma Abdii nama kutachiisu dhageenya yaa Lammii!!! yeroo Miidiyaaleen Addunyaa Badii tokko malee Ajjeefamuu,Hidhamuu fi Dararamuu uummata Oromoo Uummata Addunyaaf Gabaasaa …
Read More »