Godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti, haleellaan hidhatoota faannootiin raawwatamu tibbana akkaan hammaachuufi lubbuun namoota nagaa darbaa jiraachuun himame. Qaamoleen nageenyaa mootummaan naannoo sanatti bobbaase, furmaata …
Read More »Mootummaan waraana isaa magaalaa Qobboo keessaa baase
Mootummaan waraana isaa magaalaa Qobboo keessaa baase
Read More »Raayyaa Ittisaa: Daangaa Suudaaniin nu jalaa qabame deeffachuuf dandeeytii gayaa qabna jedha
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba Bahaatti humnoota mootummaarratti injifannoo gonfachuu beeksise.
WBOn humnoonni mootummaa hedduunis bakkeewwan garaagaraatti fedhiin isatti makamaa jiraachuu himeeti jira. WBOn akka jedhetti, Cibraan Madda Walaabuu Buttaan Jeneraal Waaqoo Guutuu fi Cibraan Hambaa …
Read More »Haala Baqattoota Oromoo Yaman yeroo ammaa
Halleellaan Xayyaarri biyyi Sa’udi Ti fi kanneen biroo Dabalate Magaaloota Yaman mara Rukutaa jiru eega jalqabe Guyyaa 13 gaheera, kanumaan walqabatee guyyaa kaleesaa fi arraa …
Read More »Kaayyoo qabsaa’otni wareegamaniif galiin gahuun dirqama Sabboontota Oromoo hundaa ti
Abdii Boruutiin Amajjii 1, guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) akkasumas Ebla 15, guyyaa Gootota Oromoo jennee yoo yaadannu fi kabjinu, walitti dhufnee …
Read More »