Sa’uudi Arabiyaa; Ilmaan Oromoo 230 mana hidhaa Najraan keessatti akka itti azzabamaa jiran caqasi ! dhageessee maaltu na dhibe jettee hin rafinii akkamitti akka dirmattuuf …
Read More »Harargeen biyya hayyuu, biyya hadhuura qabsoo Oromoo, biyya gootoota fakki hin qabne, TV ergamtuu…
Harargeen biyya hayyuu, biyya hadhuura qabsoo Oromoo, biyya gootoota fakki hin qabne, TV ergamtuu Wayyaneetiin biyya shaggooyyee qofarratti gabaabbatte..daawwadhu viidiyoo kana..
Read More »Ummata lammiin isaa gurra irra cufatte waraabeessaf lagattee….
Wayyaaneen Oromotaa lafa irraa duguguun itti fufee jira!
Read More »Why is the largest ethnic group in Ethiopia also one of the most persecuted?
The Oromo people make up about 40 per cent of Ethiopia’s population, yet face widespread discrimination and have long been targeted by the government. So …
Read More »“Amantaan alagaa masaanummaa irratti tolfamtee biyya keenya dhufuun Kirrii fi Tasbii nutti hiitee du’a booda isinii tola nuun jette”
“Amantaan alagaa masaanummaa irratti tolfamtee biyya keenya dhufuun Kirrii fi Tasbii nutti hiitee du’a booda isinii tola nuun jette. Dhala Oromoo tokkummaa dhaloota Waaqaa qabu …
Read More »Namni namaani namaa…..Galmee Seenaa Irraa, Jiruuf jireenya Ummata Oromoo, gadda gammachuu, jaalaa fii..
<a href=”http://www.bidvertiser.com/bdv/BidVertiser/bdv_advertiser.dbm”>internet marketing</a> Suur & Sagalee Jiruuf jireenya Ilmaan Oromoo Baha, Dhiha, Kaabaa fii Kibbatti, dhimmaa dantaa ummata Oromoo Bakka si ilaalu fii si tuttuqu …
Read More »Oromo refugee’s performing at the Nairobi University on Refugee Day 20th June..
Sheek Jamaal Eda’oo Sirna oowwaa fii boonsaan Awwaalaman
Sheek Jamaal Eda’oo kan da’aawaan ummata isaa biratti beekkaman guyya ar’aa ummanni isaa sirna oowwaa fii haala boonsaan Awwaallate. Rabbi Jannata ol’aanaa isaaniif …
Read More »Magaalaa Dirree Dawaa Hayyuu fii Sabboonaa isii Dr. Sheek Muhammad Rashaad Abdullee sirna boonsaan awwaallatte
Baqattoonni Oromoo Biyya Misra Oromoon eenyu akka tahe addunyaa beeysisaa jiru
Baqattoon Oromoo ka bakka rafuu bakka aduu fii oowwa Biyya Misraa jalaa itti dahatu hin qabne, kan bakka irraa nyaatu fii irraa dhugu hin qabne, …
Read More »