Yahayaa Bashiiriin Akka itti sirnoonni Dargii fi EPRDF lafa qabatanii abbaa irrummaa diriirsan namni beeku kamuu waan amma deemaa jiru hubachuuf hin rakkatu.DARG:Murna waraanaa jaarame …
Read More »Biyya sirni haqa hin taane ture keessatti rakkoolee ummataa daawwitii wal qixxummaa qofaan furuun waan hin danda’amneef haqummaa diriirsuun dirqama
“Siif ammallee fagoodha” Sababni Wal qixxummaaf qabsaa’uun ajandaa ta’eef haalli wal qixxummaa dhabuu waan uumameef. Wal qixxummaan dhabamuun immoo qaamni (qaamonni) wahii kan biroo caalaa …
Read More »Hireen WBO maal ta’uuf deema?
TPLF kophaa isaa WBO/UFEFCF malee PP wajjin marii araaraa ni godhaa? Berhanu Hundee Seensa Akka yeroo ammaa fuula miidiyaalee hawaasaa irratti dubbatamaa ykn barreeffamaa jirutti, …
Read More »Maraammartoo moo Maltummaadha?
Qabsoon itti fufa!
Carraa Bara 2018 fi Waan Irraa Barannu
WBO irraa Harkaa keessan Kaasaa!
NAFXANYAAN GORFAMTEE
Taammanaa Bitimaa irraa Nafxanyaan marfamtee Nafxanyaan gorfamtee Gidiraa saanitiin gonfamtee Harka siif laate nyaattee Qeerroo fi qarree dhaante! Yaa Waaq namtichi kun mee maraatee Harka …
Read More »AMMAS CARRAAN BIRAA AKKA NU HIN DABARRE, OFQOPHEESSUUN AMMA
Berhanu Hundee Akkuma Jaal Marroon yeroo tokko jedhe, Impaayarri Itoophiyaa tun raafamtee, bututtee, burkutooftee kufuuf waan dhiyaatte fakkaata. Murni Badhaadhina ofiin jedhu fi yakkamaa Abiyoot …
Read More »QABAMUU FI AJJEEFAMUU HOGGANTOOTA ADDA BILISUMMAA UUMMATA TIGRAAY (ABUT)
Berhanu Hundee Barreeffamni kun waan dheeraa ta’eef, akka dubbistoota hin nuufisneef, kutaa afuritti addaan baasee akkan dhiyeessu dursee dubbistoota beeksisuun barbaada. Isaaniis matadureelee xixiqqoo (sub-topics) …
Read More »