Silaa numan seeqaa garaat na dadhabee Akka fedha kiyyaan hundumaahuu dhabe Dhiitee naaf bariitu guyyuu hiraarumaa Kalees booyaan turee har’as akkasuma Walirraa hin cittuu guyyuu …
Read More »Ennee Ennolee
Ennee Ennolee Oromoon sitti wallaale. Dangaajallee fidaa Okkotees barbaadaa Akka hin nyaannee dangaaja marqite Akka hin dhiifnee itti carreessite. Sigabaan hunduu gatee lafatti Enneen sila …
Read More »Mirga Qabduu Filadhaa
Mirga qabduu filadhaa Gamtaan ta’aa mormadhaa Jennaanuma lafaa kaane Saba keennaaf falmine Soba turraan shakkamne Hidhaattis darbamne Kaan hiitee hidhatti darartaa Kuun biyyaa siif baqataa …
Read More »JECHOOTA GAMNAA
Amaan …
Read More »Ilmi gootaa goota
Ilmi gootaa goota enyummaa isaa boonsaa Hidda isaatu hayyuu abbaaf abaaboonsaa Isaanirraa dhaale sabboonaan sabasaa Kanaaf Oromummaa waan hunduma dursa. Jawar Mohammed hayyuu dargaggeessa Jiraadhuu …
Read More »Koollejiin Minisootaa,USA Afaan Oromoo Akka Barnootaatti Barsiisuuf Qophii Jirti
WASHINGTON,DC — Koollejjiin Teknikaa fi Ummataa (MCTC) Fulbaana 24,2013 jalqabee afaan addunyaa 12tti dabaltee Afaan Oromoollee akka barnootaa tokkootti barsiisuuf qophii jirti. Barnoota tokko akka damee …
Read More »My Minnesota: Oromo student takes part in unique show
When 14-year-old Hamdi Abdujalil first arrived in Minnesota in November 2009, he surveyed the bleak snow-covered landscape near his south Minneapolis home. Reunited with his father, Mohammednur, …
Read More »Diina guyumaan qalu nama isaa Namomaan aleen wajji itti tumsaa
Akkana Aanaan irraan eegganne Maalumaa keeyssaa luqise onnee Diina guyumaan qalu nama isaa Namomaan aleen wajji itti tumsaa Mar’imaan darbbaafi liqimsee tiruu Nyaatee madaqeef dabeesaaf …
Read More »Joohar Leencca kheenya jiraadhu ammalee
Rabbiin galatoosa mee durssee waa hallee Ayyuub nurraa fuudhee joohar nu kafelee Joohar Leencca kheenya jiraadhu ammalee Kha ilmmaan nafxxanyaa qonddoo ija kuulee Oboleeysi Khankkee …
Read More »Nazaret dabra ziyon Addis ababa
Nazaret dabra ziyon Addis ababa Sa biyyan qabuu teenyati gaggabaa Abddis Ababaa moo abddii gaggaba Ta dhib barbbadaan ta qabu dhabaa Silaa Finfinnee du’ulleen ju’uu …
Read More »