Barreessaa:- Saphaloo Kadiir KUTAA LAMMAAFFAA(2) Mooraan koollejjichaa yeroo dheeraaf faanaa fi hafuura namaa dheebottee turte, torbaan kana namoota umrii garagaraa kan kutaa Oromiyaa keessaa walitti …
Read More »FIILMII AFAAN OROMOO HAARAA “QURXAMA”
Tujubee Kuusaa 04.11.2014 20:50 WASHINGTON DC— Fiilmiin afaan Oromoo haaraan kan mata dureen isaa Qurxama jedhu dhiyeenya kana eebbisamee jira. Fiilmiin kun seenaa jaalalaa irratti …
Read More »Afaan Oromoo Afaan Hoji Biyoolessa akka ta’uu hafalmannuu
Afaan Oromoof Haa dirmanuu Ijooleen Habasha (OPDOn) gartun yaakkamtun kun harree oftee diina Oromiyyaa galchuusheti bara 1991 kassee ummaati keenya balaleefata jira. OPDOn garuu kan …
Read More »E B O L A
Dhukkuba hamaa nurraa qabi “Ebola” Addunyaan dadhabdee sihi abbaan falaa Dallansuma teetii dhibdee mitii balaa Irraa nu baraarii nu baasi mee jalaa! Gurra namuu gahee …
Read More »Hin seenu mana gumaa!!!
Hin seenu mana san haaloon irraa qaba Waan baay’ee na miidhan aariin garaa qaba Tokkoyyuu hin dagadhu ani gocha isaanii Har’as itti jiru isaan …
Read More »JECHOOTA HAYYOOTA OROMOO IRRAA….
Kutaa 1ffaa Hubachiisa:- yoo akka dubbifteen ‘like’, ‘share’ fi ‘comment’ godhuu baatte dubbisuun hin hayyamamu. dubbisanii ‘like’ ‘share’ ‘comment’ godhuun dirqama sabummaati. Ashamaa harka …
Read More »Waahee keenya
Beekumsallee hin dhabnu Ofiifillee hin taanu Sammuun haguugatee Afaan haa dubbtu Egaa na dhaggeeffadhuu Carraan erga fiddee Oromoon tokkodha Eenyutu eenyuun qoodee Muka tokko taanee …
Read More »“SIRRAA DEEMUU KOOTI..!”
Jaalalaan qaroomnee, jaalalaan gammannee, Abdii fuula duraa keessa keenyatti horannee, Umrii teenya guutuu addaa’n baanu jannee, Waliif taanee akka, hidda dhiiga onnee, Teepha jaalalaatiin …
Read More »Jechoota Hayyootaa!!!
Jajjabee Biyya keessaa ~ Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin taane, nama sammuu hiyyoomeedha! ~ Beekaa jechuun nama dogoggora ufii ufitti beekee, irraa sirraa’eedha! …
Read More »