Qabeenya Wayyaanee kan ta’e Selam Bus hin yaabbatinaa. Daandilee dhiigni ilmaan Oromoo irratti gadi naqamaa jirurra konkolaatee maallaqa Oromoorraa guurun dhaabbachuu qaba. Karaas hin dabarsinaa …
Read More »#OromoProtests; Arsi University, Staff of Asalla Teaching and Referral Hospital.
DEFEATING TPLF’s DECLARATION OF WAR AGAINST OROMO
Johar Mohammadiin As you all are witnesses, the TPLF regime has openly declared war against the Oromo people peacefully protesting massive land grab in the …
Read More »Special Attention: An Appeal letter for International Media Coverage
OFIRRAA KAASI MALEE*
Taammanaa Bitimaa irraa Ginni bittaa-Maqalee Jarri qawween as galee Akkuma Minilik-faa Uummata keenya qalee Ijoollee teenya qalee Yaa Oromoo waltayii Gaaraa-dakaa gadbayii Ofirraa kaasi …
Read More »How The Oromo Protests Are Exposing Ethiopia’s Longstanding Political Vulnerabilities
http://www.okayafrica.com/ At least 40 people have been killed, hundreds wounded, and thousands detained in more than three weeks of uprisings in Ethiopia’s Oromia state, the …
Read More »#OromoProtests ; Hiriira arra magaalaa Aawwadayatti geggeeyfame
Konkolaatoonni barattoota Oromoo funaanuuf dhufte Magaalaa Awwadaayiin Sakaalamtee dhadhaa Abidda bu’e ta’uu dhaan Cileetti dabalamtee jirti!!
Maqaan kun Namoota baayyeetiif Haaraa taatus uummata Magaalaa Awwadaayii fi keessattuu Barattoota Oromoo Yunversiitii Haramaayaa Barataniif maqaa yeroo mara Afaan keessaa hin dhibamne dha.”Paatroolii” jechuun …
Read More »Gamtaan Madreek Ibsa Baase
VAO Hiriira mormii barattonnii fi uummanni Oromiyaa keessatti gaggeessaa jiran irratti tarkaanfii mootummaan Itiyoophiyaa fudhate seeraan ala ta’uu gamtaan Medreek kan ibse yoo ta’u kanneen …
Read More »LOLLI WAYYAANEEN OROMORRATTI LABSE FASHALUU QABA!
Akkuma hordofaa jirtan mootummaa Wayyaanee gaafii lafa ofii Oromoon gama nagayaatin gaafachaa jiru humnaan cabsuuf murteessee jira. Ibsa galgala kana gara miidiyaa isaanitiin facaasaniin, hoogganoonni …
Read More »