OMN: Halli ammaan kana magaalaa Mandii keessatti muldhataa jiru gar-malee yaaddessaa ta’uu jiraattonni dubbatan. Labsii qindaawaa magaalota Oromiyaa jechuun Caffee Oromiyaatiin dhihaatee turee fi, mastar …
Read More »Poolisoonni Oromiyaa mormii barattoonni kaleessa gaggeessan irratti hubaatii tokko akka hin geessisne himame
Hiriira Barattoota Oromiyaa Keessaa fi Deebii Mootummaa
Torban tokko duraa jalqabee, hiriirri barattootaa, Shawaa Lixaa magaalaa Giincii keessatti geggeessame, hidhamuu namoota hedduu dhaqqabsiise – jedhu – jiraattonni magaalattii. Paartiin mormituu Kongiresiin Federaalawa …
Read More »Godina Lixa Wallagga Ijoolleen Oromoo ukkaamfaman
Godina Lixa Wallagga Ona Ganjii irraa dargaggootni Oromoo barreessaa kitaaba UDDEELLAA, Galataa Caalaa Baayisaa akkasumas obboleessa isaa Qadiidaa Caalaa Baay’isaa fi Takkaalliny Bantii Baay’isaa jedhaman …
Read More »Walaloo Afaan Oromoo Gaafa Handaraafaa
https://youtu.be/mo3CKHiPJ0U
Read More »Umamaan Ummatnii Oromoo tokko ta’ee Uumamee,tokko ta’uun isaas ni beekamaa
Umamaan Ummatnii Oromoo tokko ta’ee Uumamee,tokko ta’uun isaas ni beekamaa.Afaan isaa tokko,Seenan,Dudhaan,safuun,fudhaa fi heerrumnii,teessumnii lafaa Nannoo oromiyaa jedhemee fi Ittiin bulmaanii isaas sirnaa Gadaa ta’uun …
Read More »Baacoo:Abbaa Tureetif Dhaloota Qubee:Kutaa 1
Jaarsi Suuraa kanarratti agartan kun #AbbaaTuree jedhama. Umuriin isa wagga #100 ol jedhamet himama. Dhihoo kana osoo karaa deemu OPDO Oromoo walitti guurtee gara mana …
Read More »DHAAMSA ARTIST FALMATAA ROORROO.
Maqaan isaa kan dhalootaa Mahammad Muussaa Roobaati, maqaan ittiin beekkamu ammoo Falmataa Roorroo’ti. Falmataan, Baha oromiyaa, ona Ituu, aanaa Mi’eessoo, anannoo ganda sheek hassan bakka …
Read More »Thirty years of talking about famine in Ethiopia – why’s nothing changed?
http://www.bbc.co.uk/ “There will not be famine of any sort, let alone anything remotely like the magnitude of that of 1984,” says the Ethiopian Embassy in …
Read More »Oromo TV: Marii labsii Magaalota Oromiyaa fi Mastar plaanii Finfinnee by Ibraahim Abbaayyee
https://youtu.be/G4Dy-xYkgkE
Read More »