Iyyaa Iyya Dabarsaa!!
Iyyaa iyya dabarsaa kan hin dhagahin iyya dhagesisaa Sadaasaa baatii goota Gincirra jalqabee Kasee wal-kakaasee waltti lallabee Alaabaa Oromiyaa Gulisoo irra dhabee. Qaanqeen …
Read More »Har’a Naannawa Mi’eessoo ( Harargee Lixaa) keessati loltoonni Wayyaanee nama lama ajjeesan
#OromoProtests continues so is the killing. Today in Miesso ( January 17, 2016) TPLF soldiers killed two people and wounded three. One of the killed …
Read More »#OromoProtests Dr Awol Allo speaks to BBC about why the regime’s announcements are not satisfactory
Gabaasa Hiriira Mormii Hawaasa Oromoo New York-OMN
Karaa hundaan daandin karaa finfinnee deemu hundi akka cufamu waliif haa dhaamnuu
Qeerroo Oromo hundaaf Keessattuu Daandin Dildilaa karaa#Baalee_Wallaggaa_Booranaa_Harargee_lixaa_Ciroo_hamma_Galamsoo_Fi_Machaaraa_Miicataa Daangaalen Oromia marti Dildila cabsuudhan #WBO dhaf karaa haa saaqnuu Keessattuu Waraanni keenya Kan Karaa #Baalee_Fi_Daangaa_Booranaa irra jiran …
Read More »OPDOn kaleessa akka lammiif naatutti halaakaa oolte, har’a kunoo poolisii isiituu ari’anii Oromoo ajjeesaa, reebaafi hidhaa jiran.
#OromoProtests “Halaakaa oolus wadalli harree wareebessa niitii isaarraa hin dhoowwu” jedha mammaksi Oromoo OPDOn kaleessa akka lammiif naatutti halaakaa oolte, har’a kunoo poolisii isiituu ari’anii …
Read More »Oromoo Somalilandii keessatti baqatanni jiraatan irraa
The Oromo community in Somaliland faces major crack down after public anger over many incidents. Today Oromo held a secret meeting in a hall in …
Read More »Qotee bultoonnii fii barattoonni Oromoo maalif hanga du’aatti falmatu?
#OromoProtests why Oromo farmers and their children are fighting to death
Read More »Oromoonni biyya ambaa keessa jiraatan, fira qabsoo horachaa jiru
Dr Nancy fi Enjiner Ibrahim , akkasuma Gammada fi Xaariq . Dr nancy fi Injiner Ibraahim al-fayyum isaan lamaanu lammi biyy masriiti. Jaalala guddaa fi …
Read More »