Oduu Oromiyaa - Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Oduu Oromiyaa

#OromoRevolution: LABSA Akkuma dhageessanii jirtan Wayyaaneen duula sanyii Oromoo duguuguu ji’oota 11f itti jirtu har’a ifaan ifatti labsitee jirti.

down wayyanee

Ummanni keenya akkuma arman duraa labsa diinaa kana tokkummaa, murannoofi tooftaadhaan ofirraa qolachuu qaba. 1) Diina humnaan isin caalu kallattiin dura hin dhaabbatinaa. Daguudhaan haleelaa. …

Read More »

DHUMAATII GAAFA IRREECHAA

irreechaa 201609026

                                                                                 Taammanaa Bitimaa irraa Seenaa saba Oromoo fi Oromiyaa keessatti waggalee 140-n dabran kanneen keessa, ajeechaan suukaneessaa fi dhumaatiin bineessummaa irratti hundaawe hedduun adeemsifamee jira. …

Read More »

Shanyi duguuggaa faashistooni mootumaa Wayyaanee ummata Oromoo kan nagayaan Ayyaanaa Irreechaa Bara 2016 ayyaaneefataa jiru irratti raawwate laalchisee labsa ABO fi THBO baasan

ulfoo

  Onkololeessa 2, 2016 Ummanni Oromoo Oromiyaa mara keessaa wali yaa’ee, Hora-Arsadee, Bishooftuu, Oromiyaa keessatti Irreecha wagga waggaan ayyaaneefata. Ayyaana Irreechaa kan bara 2016 kana …

Read More »