#OromoProtests OF Eeggannoof
Namni barattoota Oromoo Yunivarsitii Haramayaa maqaa tarreessee Agaazitti kennaa jiru tokko nama kana. Maqaan isaa Mabratu Mollaa ti. Bara dabre eebbifamee University Enterprise Office keessa …
Read More »Oromo TV:Gaafiif deebisaa J/Tamaam Yuusuf kutaa lammaffaa 2
https://youtu.be/XEqVijzyH_w
Read More »#OromoProtests haasaya Fiqaaduu tasammaa walgahii kaabinee oromiyaa irratti godhe akka jirutti dhagahuu yoo feetan kunooti.
Obbo Fiqaaduu Tasammaa: Mootummaan Badii Ofii Amanus Hidhamtoonni Marti Ni Hiikamu Jechuu Miti
WASHINGTON, DC — Itti gaafatamaan dhimmootii Komunikeeshinii mootmmaa naannoo Oromoyaa Obbo Faqaadu Tasammaa Raadiyoo sagalee Amerikaaf akka ibsantti Mootummaan Federaalaas ta’e kan Oromiyaa Mormiin gaggeeffame …
Read More »FXG Boolee Bulbulaa Keessatti Ka’e Itti Fufeen Namootni 3 Waraana Wayyaaneen Rukutamuu Lubbun Wareegaman n Madaa’an, Haramaayaatti FXG Itti Fufeera.
Mormii Magaalaa Finfinneetti dhalateen namoonni sadii ajjeefaman.
OMN:Oduu Caamsaa 18,2016 Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Booleetti, ijaarsa seeraan alaa manniinii jechuun, bulchiinsi magaalattii, manniin jiraattotaa wayta diigaa turetti, mormii uumameen, dhukaasa poolisoonni Federaalaa …
Read More »Time of Menopause and vanguard of victory
By Dr. B.K.Deressa For more than 100 years, the Oromo people has been at war with enemies sworn to its destruction. It did not …
Read More »Akkamitti gareen shanee ABO jaallawwan kaleessa waliin qabsaawan itti salphistu kunoo: BEEKUMSA “BOORUU BARRAAQAA” FI “FIXEENSA” GANAMAA !!!!!!
Kan Daud Ibsaa waliin hidhata qabu Girmaa Xurunaa qofa osoo hin taane namni maqaan isaa Sheeraa je’amus qunnamtii kan caalu qaba.
SHEERAA Namni maqaan isaa SHEERAA je’amu bara 2012 keessa Asmaraa irraa gara biyyaa ergama. Akkuma Sheeran biyya seeneen humni tikaa Wayaanee haala mijjeesaniifii akka …
Read More »