Kun akkuma fakkeenya faana-dhayaati (roadmap) malee akkuma barbaachisuun fooyya’uu ykn ammoo jijiiramuu ni danda’a. Dhaamsi jabaan garuu Qeerroon naannolee biraa Oromiyaa keessa jirtan hiriira keessan …
Read More »#Hiriira Mormii guutuu Oromiyaa: Guyyaan kun guyyaa jiraachuu kee addunyatti garsiiftuudha
#Oromo protest Waayee dhimma hiriira guyyaa sanbata yookiin sabtii as deemtu laalchiisee akkamitti akka hiriirri kun itti gad geeyfamuu qabu…OMN
#oromopprotest TOOFTAALEE hiiriira nagaya kana akka galma gahuu danda’uu kan gargaaran keessa
A:- MAGAALAA GUURGUUDDOO AKKA FIINFINNEE FI KAN BIIRAATIIF 1.iddoo fii bakkii hiiriirri itti gaggeefamuu guutuuti haanga guyaa hiiriirichaati iciitiidhaan tuursiisuu 2.dursanii iddo hiiriirrii nagaa …
Read More »#OromoProtest # Hosphitaalli Ciroo daa’ima Oromoo Warra Masalafii Baddesatti Rasaasa Wayyaaneetin madaawameen guutame
Guyyaa fi Bakka Sagantaa Geggeessaa Obbo Tarfaa Dibaabaa
We, as concerned children of Oromia, are writing to you to make this last call for you to wake up to this fast changing phase of the Oromo Protest
To: Obbo Abbaa Duulaa Gemeda, Speaker of the House of Representatives, FDRE. Obbo Muktar Kedir, President of the National Regional State of Oromia Ibrahim Haji, …
Read More »