#OromoProtests rabbi gowwaa wajji nama hin uumin!! Yeroo Wayyaaneen albuudaa fi lafa Oromiyaa saamtee ofii nyaattee alagaa nutti bittu kanatti, OPDOn gariin ayyoota dirqamaan manaa …
Read More »Addis Dimts Hosts Hot Debate on Ethiopian Issues
https://youtu.be/MauVvJbXQW8
Read More »QAANQEE SHOW “Interview With Artist Elemo Ali ” Jan. 23,2016
https://youtu.be/ra-50GJhkv8
Read More »Jumping in the same river and meeting the same person
Jumping in the same river and meeting the same person http://www.caboowanci.com/ Guys let’s think about those who lost their precious life, body parts, families and …
Read More »Yuunibarsiitii Amboo Qajeelama TPLF Irraa Fudhate Barattoota Oromoo Barbaadaa Jira.
Bulchiinsii Yuunibarsiitii Amboo Mirga Barattoota Oromoo cabsuun Barattoota Oromoo Dootsisuu,Barnoota Irraa Arii’uuf fi Hiisisuuf Qajeelama TPLF Irraa Fudhate Barattoota Oromoo Barbaadaa Jira. =========== Amajjii 19,2016 …
Read More »#OromoProtests duulli Selam Bus kasaarsuudhaa milkaayee jira.
Kana jechuun duulli dhaabbate jechuu miti. Wayyaaneen tooftaa biraatin kubbaniyyama san as baasuuf mala malaa jirti. Kanaafuu dammaqinsaan hordofuun gaafa isaan halluu takkaahuu maqaa biraatin …
Read More »WBO: Oromo TV: Coming Soon! only on Oromo TV
https://youtu.be/iR9olGPZCcM
Read More »Kaleessarraa kaasee naannoo Waddeess ( Aanaa Amboo) keessatti lolli cimaan deemsifmaa akka jiru odeeffanoon nu gahaa jira.
Keessattuu bakkoota akka Haroo-Xirroo, Waddeessa-Galaan, Xullee fi kkf keessa dubbiin jajjabduu akka taateedha.Jiraatonni qarqara Amboo jiran dheengadda halkan humni Agaazii konkolaataa hedduun garasitti socho’aa akka …
Read More »Magaalaa Gincii (Shawaa Lixaa) nama 45 bakka buuteen isaa hin beekkamu
Kan agartan kun hidhamtoota siyaasaa magaalaa Gincii ( Shawaa Lixaa) keessaa hamma tokko yeroo mana murtiitti geeffamani. Magaalaa kana keessaa namni 45 ta’u bakka buuteen …
Read More »Letter to ESAT TV Concerning New Afaan Oromoo Program To Start.
To: Ethiopia Satellite Television (ESAT TV) Subject: ESAT New ‘Oromiffa/Oromigna’ program title correction request First of all, I am really happy to hear such great …
Read More »