Qindeessummaa Tamaam Bbaatiitii namoota seenaan qabsoo bilisummaa Oromoo maal akka ta’e hin beekne kanneen gossaa fi ganda isaa ta’an Af/Kibbaa keessatti ajajuudhaan Onkololeessa /October …
Read More »Oromoota maraaf..
Voice Of Oromiyaa 10/18/2015
https://youtu.be/bu64Ecs2PHM
Read More »Mormiin karoora Maaster pilaanii Finfinnee irratti taasifamu cimee itti fufuu qaba jedhame.
Qabsoon karaa nagaa dhugumatti impaayara Itoophiyaa keessatti jijjiirama fiduu ni danda’aa?
Abdii Boruutiin Gaafii akka mata dureetti dhiyaate kanaaf otuu deebii hin barbaadin dura gaafii biraa kaasuu fi walbira qabaniis ilaaluun barbaachisaa dha. Innii …
Read More »DIKTAATORA DAGGALAA!
Dictaatorri daggalaa Bakka ciisuu alaan’alaa Ifirraan garagaggalaa Kan tuqe ija hamtuun laalaa Isa maaltu godhe utubaa sibiilaa? Gurran qabu afaan malee Gadin bahu goda galee …
Read More »Dhabamuun Obbo Dabbasaa Guyyoo yaaddoo guddaa uumee jira .
Sweden; Oromoo students showcasing their cultures
Some of the countries that are represented on the cultural day was Syria, Iran, Eritrea, Oromia, Dominican Republic, Somalia and Thailand. For more Read here
Read More »Walgahiin Hawaasa Dubartoota Oromoo fi Hawaasa Dubartoota Afrikaa Biyyoota 16 Irraa Walitti Dhufan Magaalaa Guddoo Biyya Masrii Kaayiroo Keessatti Geggeeffame Milkiin Xumurame.
Onkoloolessa 15,2015 guyyaa kaleessaa magaalaa guddoo Masrii Kaayiroo keessaa bakka Opera jedhamutti walgahiin Dubartoota Afrikaa fi Dubartoota Oromoo hirmaachise sirna miidhagaa ta’een geggeeffamaa ture …
Read More »Nuu fi Isaan (Oromoo fi Koloneeffataa)
Atoo Sarbaa hin qabduu sarbaa millaa hin qabduu maaliin lafa dhiittaa yaa abbee? Atoo gamtaa hin qabduu gamtaa dhiiraa hin qabduu maaliin nama miitaa ya …
Read More »