When Seattle’s young Somalis gathered to celebrate iftar, the Ramadan evening feast, homeland politics dominated the agenda. When the city’s Oromo community gathered for the …
Read More »Hundeeyfama sagalee bilisummaa Oromoo waggaa 27ffaa
GOLA SEENAA KEESSAA …..
Namoota seenaa Uummata Oromoo keessatti seenaa dalaganii darban kaasanii mariyachuun bu’aansaa waa hedduudha… Har’aaf ….. SEENAA GABAABAA SHAALAQAA GARBII BULTOO…qabadhee dhiyaadheera…kaanis irrumaa jalaan itti fufu… …
Read More »Kora Gamtaa Miseensotaaf Deggartoota ABO Kaaba Noorweyii Kan bara 2015
Nuuf hin gallee dubbiin bara kanaa, nuuf hin dubbiin dayaasbooraa….
Waren garan bitamtan maraf Waren diyasboran biyati debitee Mara waren abaa garaa waren Murtu ilman gantu marafi sirbi kuni Diyas boraa kkk waren abaa garaa …
Read More »IBSA IJJANNOO KOREE TOKKUMMAA ABO AFRIKAA KIBBAA IRRAA
Qabsoo walakkaa jaarraa tokkoof Addi Bilisummaa Oromoo /ABOn geggessaa ture keessatti bu’aa fi bayiin hedduu kan nu mudate yoo ta’u, gufuulee qabsoo ABO …
Read More »Daaroo Labuutti gargaarsi warra beela’eef kenname hatamee gurgramaa jira
ABOn hunma Oromoo; Oromoon humna ABO ti – Hawwaasa Oromoo Ayelaand
Osoo lafaa qabu
Qotaatu dhadhabee Rakkinaaf gadaadoon Lammii koo dhaqabee Rooroo itti hammatee Lammiin koo maal dhabee Waqnii roobuu didee Horiin moonaa dhumee Goottaraanis oonee Kadhaaf manaa yaa’aan …
Read More »Ethiopia: Emergency Assistance Demand Rises to 4.5m People
A new report released by United Nation Office for the Coordination of Humanitarian Affairs (UNOCHA) shows that the number of relief food beneficiaries in Ethiopia …
Read More »