OMN:Oduu Adol.26,2015 Daaw’annaa Pirezidaantiin biyya Ameerikaa, Baaraak Obaamaa, Itoophiyaatti taasisan waliin walqabatee, biyyattiin humnoota nageenyaatiin muddamtee akka jirtu himame; Sakkatta’insa hunoonni kunneen raawwachaa jiraniinis ummanni …
Read More »Biyyoota Arabaa addaan qoqqooduuf karoorri 1982 kaayame hujiirra oolaa jiraachuu isaa Burqaan Oduu Addunyaa Montikaarlo ibsee jira.
Obamaa fi biyya teenya.
Hegeree Oromiyaatiin Presdenti Obamaan Magaalaa Finfinnee galuun isaa dhageyame jira . Presdenti Obamaan daawwanna kanaan hoggattota ethiopia bulchaa jiran wiin kan wal mari’atu tahuun bekkame …
Read More »Obama Lands in Ethiopia After Kenya Trip CNN & Aljezera
Hawaasni Oromoo Biyya Sa’ud Arabiyaatti Argamu Irree fi Gaachana Ummata Oromoo WBO Jabeessuuf Gumaacha Maallaqaa Taasisu Cimsee Itti Fufuun Riyaala Sa’udii 117,371.00 Arjoome
Biyya Sa’ud Arabiyaatti kan argaman ilmaan Oromoo kan yeroo kamii caalaatti tokkummaa fi jabina isaanii ijaarratuun akkasumas tumsaa fi deggersa QBO ABOn durfamu keessatti bakka …
Read More »Obama’s Visit Raises Ethiopia’s Stature Amid Rights Concerns
ADDIS ABABA, Ethiopia (The New York Times) — Like the visit to Kenya, President Barack Obama’s trip Sunday to Ethiopia represents the first time a …
Read More »Waadaa Wayyaanee Kijibaan Hawwatamanii Owwaatuun, Dantaa Ummata Oromoo Fi Wareegama Qabsaawotaa Kabajaa Dhorkatuu Dha
Mootummaan Itophiyaa murna bicuu Wayyaaneen durfamu QBO gufachiisuuf tooftaalee adda addaa baafatee hojjataa akka turee fi jiru lammii Oromoo jalaa dhokataa tahee hin beeku. Haalli …
Read More »Oromo TV:marii torbaan Oromoo (Oromo week)
https://youtu.be/XnYKvrVOsjQ
Read More »Seenaa Perezidaanti Barack Hussein Obama Gabaabinaan
EBBAA BARNOOTA OL-ANNNOO BARA 2015
Baraa kana jechuun baraa 2015 kessaa unveristiin biyyaa Ethiopia martuu haala hin baraamnen Ejejjaa , Motummaa wayyaanettin osoo barattoon KORSII FI RISAARCH hin xumuriin fi …
Read More »