OROMO LIBERATION FRONT Guyyaa : Onk. 24 , 2014 PRESS RELEASE The Oromo Liberation Front would like to give this Press Release to clear …
Read More »“J. Hayluu Gonfaa; mata jabinaa fii heera dhaabaa waan cabseef aangoorraa arine”
Qabsooytuun Sabaa isin Yaamte yaa ilmaan Oromoo!!
Lammiin gargaaruu barbaaddan… Baankii Internaashinaalii Oromiyaa Damee Magaalaa-152154955 ykn Baankii daldala Itoopiyaa Damee Magaalaa-1000063900568. Bilbiluus yoo feetan 0937513560 irratti bilbiluu dhaan karaa Ilma ishee Guutamaa …
Read More »Galmee Seenaa Irraa: Araarsitoota moo diigdoota? 20101016
Dr.Diimaa Nagaoo: “ABOn akka malee natti jabaadha”
Dr. Diimaan bara kuma lamaa fii saddeet yeroo jijjiiramni garee ABO irraa foxxooyteen labsamu miseensa jijjiiramaa ta’uun isa kana nutti himaa turan …… “Joollummaa kiyyarraa …
Read More »Addi Bilisummaa Oromoo ABO jijjiramaan beekamutti HD ta’ee kan ture G/Kamal Galchuu hatattammaan hooggansa HDummaa isaa irraa akka ari’ame beeksisuu.
OROMO LIBERATION FRONT Gaafa: Onkoloolessa/23/2014 Date: 10/23/2014 Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname. G/Kamal Galchuu eerga HD ABO jijjiramaa ta’ee hojii eegalee kaasee,sababaa …
Read More »Aadaa fii seraaa kenaa baradhaaa dhiroo!
Dr Diimaan Misooma Itoophiyaa Dinqisiifate!!
(Oromedia, Finfinnee, 22 October 2014) Dr Diimaa Nagawoo misooma Itoophiyaa keessatti deemaa jirutti hedduu gammaduu isaa keessa beektoti saaxilan. Akka odeessi nu gahe ibsutti, …
Read More »Guyyaa har’aa aada ummata bareeda #Oromo #Hararghee isiin wal barsiisa kan beekuu ammo isiin yaadachiifnna
Barruu keenyya kana ammoo akka #Share fi #Likecuqaasttanii hamilee dhan nuu jajjaabeesitanii ammas Seenaa babbareeda isiniif akka dhiheesinuu asumaan waada isiniin seenna!! Galatooma! **************************************************** Oromoon …
Read More »Iyyaa iyya dabarsaa! Wallistuu Oromoo jalatamtuu fii beekkamtuun Aaddee Haliimaa Daawwee dhukkubsattee sireerra jirti…dirmaadhaaf!!
.Na gargaaraa Adaraa!!! Yeroo Dargaggummaa koo Gaafa humni koo jirtu Gaafa Lammiin Oromoo Afaan sheetti qaanoftu Harargee qaxxaamuree Jimmaaf Aggaaroon ba’ee Shawaa keessa Imalee Baaleef …
Read More »