Qophiin: Urjii Ahmad Ayyaannii Irrechaa Maali?Irrecha jechuun Hikkaan Isaa gabbaruu ykn Ibaadaa godhuu jechuudha.Hikkaa Isaa kanarraa wanni hubannu Ayyaanni kun ayyaana Ibaadaa itti godhan, kan …
Read More »Obboo Abbaa Magaal hikkame jedhu
Waggoota 22oliif mana hidhaa wayyaannee keessatti hidhame dararamaa kan turee Qabsa’aa fi gotichii Oromoo Abbaa Magaal (Jamal Mustefa Adem) gaafa 9/22/2014 mana Hidhaa wayyaannee qaalliitti …
Read More »Bismillaahi jedhaa jalqaba adeemsaa…
Walaloo Gabaabduu Dubbisuudha Qabdu Bismillaahi jedhaa jalqaba adeemsaa Arrahmaanirrahiim ittisinii aansaa Alhamdulillaahi Rabbi Faaruun kasaa Kan irra nukaaye Daandii Qajeellumsaa Osoo nujallisee hin qajeellu tasa …
Read More »2015 OSA Midyear Conference – Munich, Germany, March 28-29, 2015
We are delighted to announce that the 2015 Midyear Conference of the Oromo Studies Association will be held at Ludwig Maximilian University in Munich, …
Read More »Oduu Muddituu/Breaking News
Woyyaneen barattoota ganna maatiisaaniitti galan manaa manarra deemtee butaa jiraachuun himame Odeeffannoo har’a (21/9/20014) nu dhaqqabeen, Godina Booraanaa aanaallee, Bulee Horaafi Malkaa Sooddaa keessatti, …
Read More »Finfinneen Handhuura Oromiyaa Taatullee Addis Ababaan Godaannisa Gabrummaati
Jafer Ali Qabeenya uumaa hunda keeysaa bu’urri guddaanii fii fiinxeen lafa hoggaa tahu oromooniis qabeenya uumaan badhaafame keeysaa guddichi lafuma isaati.Lafti oromoo bal’ina isii caalaa …
Read More »SOMAAN GOOTAA URGAAYEE – 2
Ibsa ejjannoo hirmaattota kora 38ffaa TBOJ
Koraa 38faa TBOJ/UOSG E-Mail: tboj.uosg@gmail.com Kora 38ffaa Tokkummaa Barattoota Oromoo Jarmanii(TBOJ)Fulbaana 14 bara 2014 Sa’a booda saatii 12:15 irraa egalee waaree booda amma …
Read More »Waa’ee Oromiyaa kana beektuu Laata?
Seenaa Abdiisaa irra: Lafti gaanfa Aafrikaa keessatti Oromoon irra tamsa’ee qubatee jiru Oromiyaa jedhamti. Oromiyaan biyya Oromooti. Biyyi kun teessuma lafaatin gaanfa Afrikaa, Empayera …
Read More »