Kitaaboota dubbifamuu qaban
Read More »INTIFAADAA Ummata OROMOO
Bitooteessa,05, 2016 Abbaa Urjii tiin: Intifaadaan jecha afaan Arabaa ti. Hikkaan, sossooha waa ifirraa hurgufuu jechuu dha. Sossoohinsi kuniis, kan akka sareen bishaan …
Read More »Oromiyaa fii Algeeriyaa Madaala Seenaa Gabrummaa fii Wal’aansoo Bilisuummaa
Haalli dhiheenya kana Oromiyaa keessatti deemaa jiru onnee ummataa keessatti abdii bilisummaa tan Wayyaanee keessatti naasuu guddoo uumee jira. fincilli diddaa gabrummaa tiif kaabaa-kibbaan, …
Read More »Seenaa Gabaabduu Obbo Aammad Sheekh Usmaan Qawwee
(Abbaa Abdii) Baha Oromiyaa keessatti iddooleen seena qabeessa tahan heddu. Lola diddaa gabrummaa tiif Calanqo, harshifiif Goda Wanjii, magaalaaf Biyyoo Kharaabaa warra maqaan dhawamu. …
Read More »Seenaa Gabaabduu Obbo Araarsoo Boruu
(1952 – 2015) Qabsoon bilisummaa ummata Oromiyaa, arra, sadarkaa if duuba hin deebine geeysee jirti. Akkanumaa waliin, bahaa-bu’ii amna isii keessatti warra dhaabbiin rooraatuu …
Read More »