Godaantoota Libiyaa keessatti danqamanii jiran Amerikaa kaabaa fi Awurooppaa dabalatee biyyonni nagaa qaban eeguumsa akka taasiisan gareen Doktooroota Daangaan hin uggurre gaafatee jira.Kana malees kanneen …
Read More »“Ummata Oromoo dhiifama gaafadha” Prezidaantii Oromiyaa Duraanii, Obboo Juuneddii Saadoo
Baqattoonni Yemen lolli deebi’ee ka’uu mala jechuun soda qaban ibsan. Lollis deebi’ee itti fufe
VOA WASHINGTON DC— Baqattoonni Yemen keessa jiraatan gargaarsi namoomaa Tokkummaan motummootaa waadaa seene biyyattii ga’us kanneen Aden keessa jiran hin dhaqqabin jiraachuu ibsaniiru. Lolli yeroof …
Read More »VOA. Lola ABO fi Waraana Itiyoopiyaa
Jaallannee Gammadaa WASHINGTON DC—Dilbata darbe Naannoo daangaa Itiyoopiyaa fi Keeniyaa irratti waraana mootummaa Itiyoopiyaa fi adda bilisummaa Oromoo gidduutti wal waraansi geggeeffamuu isaa gaazexaan Keenyaa …
Read More »Mootummaan Korojoo Filannoo Saametti Akka Taajjabdoonni Mallatteessan Humnaan Dirqsiisa, Jedhu Mormitoonni
Qophii Addaa Ka Guyyaa Filannoo Biyyoolessaa Itiyoophiyaa
Lolli Yemen keessaa itti fufee jira. Baqattoonnis lola kana giddutti danqamne jedhu
WASHINGTON DC— Baqattoonni Yemen keessa jiran yeroo ammaa rakkoo hamaa keessa jiraachuu isaanii dubbatu. Dhukaasi magaalaa nuti keessa jirru Aden keessatti waan geggeessamaa jirruuf gad …
Read More »President Obama’s annual budget is the largest of any in the world. So is the amount set to be spent on defense: $585 billion dollars.
Voice of America The global implications for conflicts in Africa, Europe, and the Middle East:http://www.voanews.com/…/defense-swallows-near…/2625649.html
Read More »Toltuu Tufaa, Porojeektii Afaanii fi Eennummaa Oromoo Addunyaatti Guddisuuf Jalqabde, ‘Afan Publications’ Eebbisiisuutti Jirti
WASHINGTON,DC— Gaafa tokkoo manii barumsaa tokko ijoollee cufaan afaan keessaniin suuraa kaasaa,wa barreessaa kootta jedhe,jennaan daahimii tokko dadhabe maaliif akka dadhabe gale maatii isaa gaafate. …
Read More »