Suur & Sagalee Jiruuf jireenya Oromoo Kumaatamaan
Baha Oromiyaa; Aanaa Mulluqee mayyuuti namooni kuma heddutti lakkaawan lafa saanirraa buqqifaman
“Bakka itti shaakallullee hin qabnu”
Gaafiif deebisaa Akkeesstii/fakkeessituu jaalamtuu diraama garagaraa hojjatuun beekkamte Aaddee Abbabach waliin TV ergamtuu wayyanee waliin taasifame haala gaddisiisaan xumurame… Bakka itti shaakallullee hin qabnu jettee …
Read More »Kabajaa Ayyaana Gootota Oromo – ABO -G/Kemal Gelchu- Afrikaa Kibbaa
Oduu lola naannoo Anniyyaa
Waraanni Ogaden kani Wayyaaneen Liyyuu Poolis jettuu Oromoo Gammoojjii Anniyyaa weeyrare. Oduun naannoo Qumbii qubsuma Oromoo Anniyyaatii baatu akka mirkaneeysitutti, hidhattoonni Liyyuu Poolis kani Wayyaneen …
Read More »Haddhooytuun maali?
Dhukkubni hadhyootuu maali? maalirraa nama qabdi, mallattoon isii qabaachuu hoo, bu’aan isii fii miidhaan isii maal faadha? Akkamitti ifirraa eeyna? Wal’aansi isii hoo?….Gaafiif deebisaa …
Read More »