1-Madda Rakkoo Fi Yaada Furmaataa Waldhabu A-Rakkoo Gurmuun hawaasaa madda rakkoo akeekuu irratti bakka lamatti ykn 3tti qoodama. 1-Sirna Gabrumma /colony/ 2-Sirna Cunqursaa/opreession/ fi 3-Haga …
Read More »Shaneen Ekeraa Fira Dhabaan Awwaala Dhabde
Faajjii Qabsoo Oromiyaa bifa addaan itti fufu
Faajjii Qabsoo Oromiyaa bifa addaan itti fufu Ibsaa Faajii A. Urjiin kudha tokkoon odaa marsanii jiran, caasaa bulchiinsa (provincial Administration/Oromian states) mootummummaa Oromiyaa kan argisiisaniidha. …
Read More »Labsa Dhaaba Dimokiratawaa Oromoo/ODF
Hokolee Diddu, Okkotee Hin Diddu!
Xalayaa Oromummaa: Qabsaa’ota Oromoo maraaf
Abdii Boruutiin Duraan dursee, nagaan Obbolummaa, Oromummaa fi Sabboonummaa bakka jirtan maratti isin haa gayu. Uummatni keenya uummatni Oromoo erga gabrummaa Habashaa jalatti kufee kaasee …
Read More »Maaliif kan dabre irraa hin baranne? (Kutaa lammaffaa)
Maaliif kan dabre irraa hin baranne? (Kutaa lammaffaa) Kutaa lammaffaa Mata duree kana jalatti isa kutaa duraa keessatti qabsaa’ota fi jaarmayoota siyaasaa Oromoo kan walaba ta’anii …
Read More »Maaliif kan dabre irraa hin baranne?
Kutaa duraa Gaafiin asitti dhiyaate kun gaafii walii galaa ti. Gadifageenyaan yoo ilaalle gaafilee gara garaa of keessaa qabaachuu danda’a. Fakkeenyaaf Maaliif balleessa dabre …
Read More »Hadhaa Qabsoon qabdu dhamdhamuu dadhabuudhaan, qabsoo keessaa of moggeessuun amaluma qabsoo ti.
Qabsoo nama eddu taatee wajjin jalqabuu fi waadaa ykn hirbuu tokko wajjin yeroo seentu, hunduu wal bira dhaabata. Garuu qabsoo hirbuu seenteef xumuruuf hunduu akka …
Read More »