Shaggooyyee tanaan haarayoomsa bilisummaa.com, bilisummaa, fii oromoheritage.com isin simannaa…diraamaa, walaloo suur & sagalee jiruuf & jireenya saba Oromoo bifa haarayaan viidiyoo3000 daawwachuuf bilisuummaa.com oromoheritage.com, bilisummaa.info …
Read More »Our Heroes, Our Pride
Oromo Community Ireland celebrated the 2013 Oromo Patriot’s day by renewing their commitments and promises to the fight against Abyssinian colonization. Members of the community, …
Read More »Rooba gaffaa akkan taane wareegnni nuun duraa
Rooba gaffaa akkan taane wareegnni nuun duraa Badee xifaa akkan taane dhiignni goota maraa Seenaa gootota kheenyaa dhiigaan barreeysinaa Akka maqaan jiraatu barumarraan baraa Dahaama …
Read More »Qabsaawaan Ni Kufaa, Qabsoon Itti Fufa!
Irraanfachuu hin qabnuu hogguu haa yaadannuu, Haa wal yaadachiifnuu namuu haa qaabannuu, Waan dhaammatan qabuu gootowwan kaleessaa, Kan haqamuu hin qabne sammuu keenya keessaa. (2) …
Read More »MURNA AFANFAAJJII
Hogbarruun Afaan Oromoo sadarkaa maaliirra jira?
Abdii Boruutiin Har’a dhimmi Oromoo kamiiyyuu, seenaas ta’ee aadaan; Afaanis ta’ee wanti biraa dhimma siyaasaa ti yoon jedhe waanan dogoggore natti …
Read More »Ololli fi duulli itti heddoomus, qabsoon bilisummaa Oromoo galii hawwamu otuu hin gahin hin hafu
Abdii Boruutiin Mee ofis walis haa gaafannu: Qabsoo bilisummaa saba bal’aa dhiisii, waanuma fedhee yoo ta’e, wanti gaariin hawwamu tokko haa xinnaatus …
Read More »Uummata miliyoona afurtamaa ol ta’u keessaa, kumni shan (5000) dhabamuun qaanii guddaa mitii?
Abdii Boruutiin Barruu gabaabaa kana akkan dhiyeessu kan na taasise, rakkoolee uummata Oromoo ilaalchisee, waayee Waldaa Dargaggoota Oromoo Addunyaatiin (WDOAn) mata dure …
Read More »Afaan Ofii barachuun manarraa eegala.
Keessumaa biyya Alagaatti alagaa fuudhanii irraa dhalanii daa’ima ofii afaanii fii aadaa ofii barsiisuu jechuun sabboonummaa fii cichummaa gaafata. Keessuma dhalli Oromoo Ka abbaa fii …
Read More »Kutataa dha du’a hin sodaatu
Kutataa dha du’a hin sodaatu Jajjaboodha hin cabu Dhugaa jaalata hin hin faallessu Onnee guutuun lola takkaa hin fakkeessu Dhugaa-‐dhaaf falmata Kabajaa sabaatiif lubbuu isaa …
Read More »