The well known and much loved young Oromo artist Fayessa Furi left his beautiful wife and kids behind in the repressive and prison empire of …
Read More »“Bakka itti shaakallullee hin qabnu”
Gaafiif deebisaa Akkeesstii/fakkeessituu jaalamtuu diraama garagaraa hojjatuun beekkamte Aaddee Abbabach waliin TV ergamtuu wayyanee waliin taasifame haala gaddisiisaan xumurame… Bakka itti shaakallullee hin qabnu jettee …
Read More »Waamicha walgeettii sadaqaa fii du’aaii
Afaan Oromootiin maqaalee ji’annii kana beeyta? Yoo hin beekne kunoo shaakali
Maqaalee Ji’oota takkaa baatiilee Afaan Oromootiin meeqa keenyaatu beeka? Keessumattuu joolleen Oromoo ta Oromiyaa Alatti dhalatan maqaan ji’ootaa hafeetuu kan Afaan ofiituu hin beeyne lakkooysa …
Read More »Jaarraa Abbaa Gadaa Memorial and Foundation Inaugural Ceremony
We cordially invite you to join us as we celebrate the life and legacy of the Father of the Oromo Liberation Army (OLA), and …
Read More »Dhugaaf kutateeti seene kharaa…
Dhugaaf kutateeti seene kharaa Hacuuccaa didee barbaada furaa kharaa walbaa bal\’isee banuuf Booree cubbuufii cubbissa cubbo Dhawee gombisuf abbotii shiraa Buqqase darbbuf gufuuf if duraa …
Read More »Barnoota qubee Afaan Oromoo kutaa duraa
Haddhooytuun maali?
Dhukkubni hadhyootuu maali? maalirraa nama qabdi, mallattoon isii qabaachuu hoo, bu’aan isii fii miidhaan isii maal faadha? Akkamitti ifirraa eeyna? Wal’aansi isii hoo?….Gaafiif deebisaa …
Read More »Gaafa manaa bahu jalqabuma duraa
Haadhaa fi abbaa obboleeyyan mara Ollaa fi ganda ahliidhaa fi fira Osoo hin jaalatin sosssobachaa garaa Dirqamuma ta’eef ka’ee bu’e karaa. Amna jalqabuuf galaa …
Read More »