Haa dubbiisnuu walumaan Biyyi oromiyaa akkuma beekamu kan ummata oromootii.namoota bara mililik duraatti finfinnee bulchaa ture naannoo yeroo ammaa dinnii “”Arat kilo”jedhee ittii baafamee …
Read More »Koree Hawaasa Musliimootaa irratti murtiin hidhaa waggoota dheeraa murteeffame.
IBSA IJJANNOO KOREE DAMDAMACHIIFTUU ABO JIJJIIRAM AFRIKAA KIBBAA
IBSA IJJANNOO KOREE DANDAMACHIIFTUU DHAABA ABO JIJJIIRAMAA AFRIKAA KIBBAA ABOn jijjiiramaa B/G/Kamaal Galchuutiin hogganamu Augest/Hagayya 2/2015 ibsa ijjannoo baasee jira.Ibsi ijjannoo kunis kaayyoo kaleessa …
Read More »Oromo TV:Oromo Women Soccer teams 2015
https://youtu.be/A2V9N1M-WiI
Read More »Kaayyoo ABO Jijjiiruu Keenya Beeksisuuf Hawaasota Itiyoophiyaa Biyyoota Alaaf Ibsa Kennaa Jirra
(VOA) Gamtaan Dhaabbatoota Polotikaa sadii dhiheenya hundeeffamee fi kan Jeneraal Kamaal Galchuun hoogganamu, Gareen ABO as Waashington DC keessatti walga’ii uummataa waamanii turan. Akka qopheessitoonni …
Read More »Gareen ABO Jeneraal Kamaal Galchuun hoogganamu (ABO’n Jijjiiramaa) maqaa haarawa moggaafachuu isaa ibsa baaseen ifa godheera.
(awashpost) Gareen kuni maqaa Kallacha Walabummaa Oromiyaa (KWO) jedhee kan ufmoggaase kora dhaabichaa Adoolessa 30 – 31 Ameerikaa magaalaa Minisotaatti geggeeffateen ta’uus labseera. Gareen ABO …
Read More »IBSA IJJANNOO KOREE DANDAMACHIIFTUU DHAABA ABO JIJJIIRAMAA AFRIKAA KIBBAA
ABOn jijjiiramaa B/G/Kamaal Galchuutiin hogganamu Augest/Hagayya 2/2015 ibsa ijjannoo baasee jira.Ibsi ijjannoo kunis kaayyoo kaleessa akaakayyootaa fi abbootii teenya irraa dhaaluudhaan jaallan qaqqaaliin irratti …
Read More »IBSA IJANNOO KALLACHA WALABUMMAA OROMIYAA (KWO)
Hagayya 2, 2015 Ummannni Oromoo gabrrummaa jalatti erga kufee kaasee gaaf tokkollee tole jedhee gabroomfattoota Habashaa jalatti bulee hinbeeku. Ummanni keenna erga gabroomffattoonni balbala …
Read More »