Perezidaantiin Yunaatyitid Isteets, Baarak Obaamaa, torban dabre ennaa Itiyoophiyaa daawwatanitti bakkawwan adda addaatti, haasawaa godhanii fi ibsa kennan keessatti dhimmoota wal-falmsiisoo ta’an kanneen akka filannoo …
Read More »Humni Addaa Qaanqee Bilisummaa Kaaba Shaggar Salaale keessatti humna waraana wayyaanee ummatatti roorrisaa ture irratti tarkaanfii fudhateen kasaaraa guddaa irraan gahe jedha
Godinoota Oromiyaa gara garaa keessatti tarkaanfilee waraana wayyaanee fi farreen QBO ta’an irratti fudhatu jabeessee kan itti fufe Humni Addaa Qaanqee Bilisummaa tibbanas Kaaba Shaggar …
Read More »The life of hard working citizens have been a play ground and money making machines for a TPLF, Westerns and Asians.
It is opportunity to lay back and benefit from all the hard working poor people of that country. They take away the means of food …
Read More »Warm welcome to OSA2015 Keynote Speaker Obbo Bekele Gerba at Dulles International Airport
Baaraak Obaamaan yeroo Finfinnee turetti maal maal jedhe?
(awaashpost) Prezidaantiin Ameerikaa Baaraak Obaamaan haasawa bal’aa galma Gamtaa Afrikaatti argamee godheen dhimmoota heddu irratti xiyyeefateera. Haasofni isaa irra jireessatti dhimmoota nageenyaa, diinagdee, dimokraasii, mirgaafi …
Read More »Bifa, fii uffata namaa ilaalanii ni bareedda jechuun salphaadha
Hin dubbadhu jedheen ture. #Obaamaan erga gara biyya Itiyoophiyaa dhufee sa’aatiiwwan lakkoofsiseera. Namoonni baay’een oduu waa’ee dhufaatii Baarak Obamaa kana haasa’uu fi dhaadhessuu erga jalqabanii …
Read More »ABOn jabaatu malee Carraan Oromoon qabu kan ‘native’ warra USA fii Canada ala hinta’u.
Qabsoon ummanni keenya roorroo diina jalaa bilisa ta’ee ulfinnaafi kabajaan jiraatuufi geeggeffamaa ture milkiin isaa bakka gayuu dhabullee injiffannooleen goonffatame kan akka salphatti shalagamuu miti. …
Read More »Sababa daawwii Obaamaatiin Jiraattonni Finfinnee jeeqamaa jiru.
OMN:Oduu Adol.26,2015 Daaw’annaa Pirezidaantiin biyya Ameerikaa, Baaraak Obaamaa, Itoophiyaatti taasisan waliin walqabatee, biyyattiin humnoota nageenyaatiin muddamtee akka jirtu himame; Sakkatta’insa hunoonni kunneen raawwachaa jiraniinis ummanni …
Read More »Obamaa fi biyya teenya.
Hegeree Oromiyaatiin Presdenti Obamaan Magaalaa Finfinnee galuun isaa dhageyame jira . Presdenti Obamaan daawwanna kanaan hoggattota ethiopia bulchaa jiran wiin kan wal mari’atu tahuun bekkame …
Read More »Hawaasni Oromoo Biyya Sa’ud Arabiyaatti Argamu Irree fi Gaachana Ummata Oromoo WBO Jabeessuuf Gumaacha Maallaqaa Taasisu Cimsee Itti Fufuun Riyaala Sa’udii 117,371.00 Arjoome
Biyya Sa’ud Arabiyaatti kan argaman ilmaan Oromoo kan yeroo kamii caalaatti tokkummaa fi jabina isaanii ijaarratuun akkasumas tumsaa fi deggersa QBO ABOn durfamu keessatti bakka …
Read More »