Hoogganni olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo eega jaarmiyaleen siyaasa Oromoo tokkummaa fi walitti baqiinsa injifannoon xumuratanii booda, teessuma idilee jalqabaa gaafa waxabajjii 20 fi 21 bara …
Read More »Oduu gaddaa; Sheekh Haamid Bookhe Aakhiraman
Innaa lillaahi wa innaa ileyhi raaji’uun Sheekh Haamid Bookhe Sheekha kabajamaa fi jaalatamaa Sheekkotan gurguddoo Carcar qabu keessa tokkoo gara fuula Rabbii godaanan. Rabbi mucuca …
Read More »Oduu Gaddaa
Hegeree Oromiyaatiin waxabajjii 28/2015 Aaddee Bilqiisaa Ibrahim Ali waxabajjii 27/2015 du’aan Addunyaa kanarraa boqatte jirti. Aaddee Bilqisaa Ibraahim Godina Baalee Aanaa Gasaraatti dhalattee guddatte . …
Read More »Yeroo bataskaanatti yookiin Cheerchitti waa qindeeyfamu aniis wajjiinin dhaqa, isiiniis yeroo Masjiidatti waa qopheeyfamu na waliin dheeyxi
Gaafiif deebisaa OMN JOhaarii fii jaartii isaa Arfaasee waliin taasise
Read More »Hawaasni Oromoo Keenyaa Basaasoota Saaxile
(Oromedia, 22 Waxabajjii 2015) Hawaasa Oromoo biyya isaanii Oromiyaa irraa baqatanii Keeniyaa keessa baqattummaan jiraatan irratti shirri aggaammatame akka fashale ibsame. Oduun Naayiroobii irraa nu …
Read More »Labsa Koree Jila Qopheessituu ABO Irraa
OROMO LIBERATION FRONT Adda Bilisummaa Oromo Oromo Liberation Front Laakkoo abo-045-2015 Ref.No : olf-045-2015 Guyyaa : Waxab. 22 , 2015 Date : June 22 , …
Read More »Oromo-Americans Held Human Rights Rally at the White House, State Department Oromo-Americans Held Human Rights Rally at the White House, State Department
(Oromo Press) — Happening on the heels of massive rights abuses, including massacre of students and civilians, evictions of million of Oromo farmers through land grabbing schemes, …
Read More »Aaddee Aaliyaa Mussaa Ibraahim (Haati Aanaa ) waxabajjii 17/2015 Du’aan Addunyaa kanarraa boqatee jirti.
Oduu Gaddaa : waxabajjii 17/2015 Hegeree Oromiyaatiin Aaddee Aaliyaa Mussaa Baqattummaan Magaalaa Cairo biyya Misraa keysatti jiraachaa kan jirtu hoggaa tahuu ji’ota Afarn bodaa kana …
Read More »“Kaayyoon qabsoo Bilisummaa Oromoo abbaa biyyummaa Oromoo mirkaneessuu dha,” jedha Ittaanaa Hayyudureen ABO, Ob Bultum Biyyoo.
Gaaffii fi Deebii Ittaanaa Hayyuduree ABO, Obboo Bultum Biyyoo, waliin Oromeidan taasise, Kutaa tokkoffaa
Read More »Kabajammo Ilmaan Oromoo Awuroopaa kessatti argamtan maraaf
WAAMICHA WALGAHII MISEENSOTA „WALDAA HAWAASA OROMOO AWUROOPAA (WHOA)/ OROMO COMMUNITY ASSOCIATION IN EUROPE (OCAE) Waxabajjii (June) 15, 2015 Kabajammo Ilmaan Oromoo Awuroopaa kessatti argamtan maraaf, …
Read More »