Gogaan qaama keenyaa akka dafee walitti hin butamnee fi dulluma yeroo malee nurraa ittisa
- Dhiibbaa dhiiga to’achuuf
- Dhukkubi Onnee Nurra ittisuuf
- Ulfaatina qaama kenyaa sirressuf
- Dhukkubbi akka sayinaasi nurra ittisuuf
- Dhukkubbi qoonqotiif
- Dhipinna fi yaaddo nurra balleesuf
- Dhibee ofirraa ittisuu qaama keenyaaf.
- Sooratni akkadaakamuuf.
- Kaansarii nurraa ittisa.
- Jabina lafee/Mashaa keenyaaf.
- Keemikaalota qaama keenyaaf hin barbaachifne ni dhabamsiisa.
- Dhibee Sukkaara to’achuuf
- Dhukkubi ilkaanitif
Keemikaalota qaama keenyaaf hin barbaachifne ni dhabamsiisa.
Namonni Dhibee garracha qabdani hin fayyadamina
Hub:-Dhukkuba Hundaa kaa nurra fayyisuu danda’uu Rabbi Guddaa qofa, waan tarresse kuni immo sababa isinii taha!
Fayyaa hin dhabinaa
Dr.Mohammed Kedir