By Umar Suleyman Duraan dursee kabajamtoota jaalattoota tiyya,dhageeffattoota tiyyaaf, deeggartoota tiyya akkasumas,hordoftoota tiyya, ilmaan Oromoodhaa ka taatan hundumaaf,nagayaaf jaalalli, kabjaan oromummaa ka’onnee tiyya irra burqe …
Read More »#OromoProtests Happening Now Solidarity Rally in Canberra, Australia March 16, 2016
#OromoProtests Warreen mana hidhaa baddannoo keeysatti hidhaman muraasa
kumaa oliitu hafe” 1.Ahmed shagge (hoojataa waajira bishaani) 2.Haaji Turee (hoojataa waajira MMD) 3.Jaafa (hoojayaa waajiraMMD) 4.Jawaara qaadii(hoojattuu waajira MMD) 5.Dhaabaa Mirressa (hoojataa waajira MMD) …
Read More »Hiriira Mormii Godinaa Arsii fi Ka Wallaggaa Bahaa Keessaa
WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godina Arsii Anaa Muneesaa magaalaa Qarsaa keessatti barattonni mana barumsaa sadarkaa lammaffaa fi qophaa’inaa kibxata Bitooteessa 15 bara 2016 hiriira …
Read More »#OromoProtests – Mass Protests, March 16, 2016
#OromoProtests – Mass Protests, March 16, 2016 #OromoProtests Guyyaa har’a Bitootessa 16, 2016 Agaazin magaalaa Gincitti akkaa suuraa gubatti gaartan kaanan gurramaa olan. Uummata keenya …
Read More »Hogganoonni OPDO ol’aanoon 500 ol tahan magaalaa Adaamaatti walgahiirra jiran waliigaltee dhabuun wal unkuraa jiru
#OromoProtests the damage caused to Adama University when Agazi rampaged the campus last night.
#OromoProtests – Continued, March 15, 2016
#OromoProtests Wayyaaneen tarii interneetii addaan kutuu dandeessi. Rakkoo tanarra aanuuf application “FireChat” jedhamu kana buufadhaa. Gara bluetooth waan hojjatuuf internet malee ergaa waliif dabarsuu dandeessan. …
Read More »IBSAA EJJANNO (CAAYA TOKKUMMAA OROMOO MASRII) IRRA
Duraan duursee nagayaa fi fayyaan Oromoo hunda bakka jiranitti haadhaqabu isiniin jenna. Akkuma beekkamu dhiheenya kana guyyaa 12/3/2016 ayyaanni OMN kan amata 2ffaa sababeefachuudhaan masri …
Read More »Hinboonyu! Hinkofallu!
Zelealem Aberra Tesfa Nan beeka yaa aayyee…. Ta’usaa nan beeka, dubbii akka cookkoo Yoon hinboowu jedhe, du’a intalakeetii du’a obboleettiikoo Hinboowu yoon jedhe, du’a ilmakeetii, …
Read More »