(Waamicha kana hatattamaan walii raabsaa, keessumattuu warri gara Jimmaa) Waamicha seenaan isinii dhiheessaa jirtu jalaa yeroodhaan owwaadhaa! (Boruu Barraaqaatiin) Oromiyaan ciniinsuu warraaqsaa irra jirti. Bilisummaa …
Read More »QINDEESSAA MUZIIQAA; IBRAAHIM_SAID MOOTUMMAA WAYYAANEETIIN RAKKOO IRRA JIRA:
#Oromoprotests, Amajjii, 2016 (‘Share’ godhuun dabarsuun deeggarsa oromummaati) Maqaan isaa Ibraahim Sa’iid jedhama. Qindeessaa muziiqaati. Namni oromoo tahe baayyeen kan hin beekne waan jiru …
Read More »Poolisoonni Federaalaa Wayyaanee Wallagga Magaalaa Jaarsoo Keessatti Walgahii Kaabinoota OPDOf Taasisan Irraatti Hunda Irraa Bilbila Harkaa Funaanuun Beekame.
#Amajjii 11,2016 ======== Godinaa Wallagga Lixaa anaa Jaarsoottii qondaaltonnii OPDO wal shakkii cimaa keessaa seenuun walgahii galgalaa taa’uun kaabinoonni hundi bilbila harkaa isaanii harkaa sassaabamuun …
Read More »#OromoProtests: Ethiopian Protesters Use Social Media to Bring Attention to Deadly Government Crackdown on Dissent
http://atlantablackstar.com/ Ethiopian security forces have killed at least 150 people taking part in mass anti-government demonstrations according to human rights and activists groups. Demonstrators in …
Read More »Yoomuu Caalaa – Yaroon Amma! (Oromoota Diinaa Waliin Jiraniif)
Abbaa Urjiitiin Hawaasni dadhabaan jabaa ollaa qubatu ykniis kan halaalaa itti dhufuun injifatamuun kan Oromiyaa tiin hin jalqabamne. Seenaa jabaan dadhabaa gabroomfatee qabeenya isaarratti abboomuu …
Read More »Refugees from Ethiopia March in Syracuse Over Concerns About Violence in Their Homeland
http://waer.org/post/ About 50 refugees from Ethiopia took to the streets of Syracuse Friday to try and get the U.S. government to stop attacks against …
Read More »#OromooProtests Dhaamsa Ariifachiisaa Amma Barattootni Yuunivarsiitii Madda Walaabuu dabarfachaa jiran.(waliif Dabarsaa)
Nuyi Barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Madda Walaabuu halkan edaa yeroo sadaffaaf diddaa itti fufnee jirra. Halkan darbe kana humni waraanaa ifaa balleessuun mooraa Yuunivarsiitichaa weeraruun …
Read More »#Oromoprotests, Oromo protests news coverage on Network Africa TV, 08/01/16
Aaddee Gammachiistuu send a great messege to Religious communities to support and stand with the Oromo struggle.
Oromo Evangelical Church of Edmonton Waldaa Hawwaasa Oromoo Edmonton
Read More »XIINXALA GABAABAA HAALA AMMA KEESSA JIRRUUFI FUULADURAA!
Hunduma keenya biratti akkuma beekamu yeroo ammaa kana quuqamtoonni Oromoo yeroo dhumaaf garbummaa seenaa gochuuf hojiirra jira!. Addumatti galata addaa kan uummata Oromoo qabsa’aa …
Read More »